Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waan ummataaf waadaa galle har’a gochaan agarsiifnerrra – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Waan ummataaf waadaa galle har'a gochaan agarsiisuun Qamadii Alatti erguu jalqabneerra jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Karoorfachuu,…
Shaakalli hojiirraa hojiilee nageenyaa fi eegumsaa humni waloo nageenyaa magaalaa Finfinneetti…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) -Shaakalli loltummaa hojiirraa hojiilee nageenyaa fi eegumsaa humni waloo nageenyaa magaalaa Finfinneetti taasiise milkiin xumuramuu humni walichaa…
Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii halkan har’aa ni ifooma – Ministeera…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii halkan har'aa kan ifoomu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Ramaddiin barattoota bara 2014…
Diinagdee Oromoo bu’uuraan jijjiiruuf xiiqiin hojjechaa jira – Pireezidaanti Shimallis…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa diinagdee Oromoo bu'uuraan jijjiiruuf hojiiwwan karoorfaman dachaan raawwachuuf xiiqiin hojjecjaa jiraachuu…
Sagantaan maaddii biyyaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisuu gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Sagantaan piroojektii maaddii biyyaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisuu gaggeeffameera.
Saganticharratti Birriin biiliyoonni 1.2 waadaa galameera.…
Humna kuufamaa qabnu fayyadamuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuun danda’ameera –…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 20015 (FBC) - Humna kuufamaa jiru fayyadamuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuun danda'amuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Manni hojjichaa raawwii hojii baatiwwan…
Waldhabdee uumame karaa nagaan furuuf waliigalteerra ga’ame – Humna Waloo Nageenyaa
Finfinnee, Gurraandhala 4, 20015 (FBC) -Humni Waloo nageenyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa laateera.
Waldhabdee tibbana mana amantaa Ortodoksii Waloomaa (Tawaahidoo) gidduutti uumame…
Ityoophiyaan Walga’ii Mana Maree Ministirootaa Naannawaa Daldala Bilisaa Afrikaa 11ffaa irratti…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2015(FBC)- Jilli Ministir Deetaa Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Kaasaahun Gofeen durfamu Walga’ii Mana Maree Ministirootaa Naannawaa…
Baatiiwwan jahan darbanitti sadarkaalee kumni 1 ol ragga’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 4, 2015(FBC)- Baatiiwwan jahan darbanitti sadarkaalee kumni 1fi 435 ol ragga’uu Inistiitiyuutiin Sadarkaalee Ityoophiyaa beeksise.
Sadarkaalee ragga’an kanneen…
Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa Yuunivarsiitii Dirree Dawaa barattoota saayinsii fayyaa 132 eebbisiise…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2015(FBC)- Kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Yuunivarsiitii Dirree Dawaa barattoota saayinsii fayyaan barsiisa ture 132 eebbisiiseera.
Barattoota Kanneen keessaa 22…