Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finxaalessummaafi cabiinsi siyaasaa bu’aalee waggoottan arfan darbanii miti- Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Finxaalessummaafi cabiinsi siyaasaa namoonni hedduun akka yaadan bu’aalee waggoottan arfan darbanii miti jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Dooktar…
Obbo Musxafee Mahaammad miseensota MMBBU waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Koree Dhaabbii Dhimmoota Karooraa, Bajataafi…
Korichi tattaaffiiwwan dippiloomaasii daldalaa, misoomaafi invastimantii cimanii akka itti fufan…
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti koreen dhaabbii Dhimmoota hariiroo Alaafi Nageenyaa tattaaffiiwwan dippiloomaasii daldalaa, misoomaafi invastimantii…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 22 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 22 har’a gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 991 dhiiroota,…
MM Abiy Ahimad Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’ataniiru.
Hoggantoonni lameen waltajjii Naannawaa Baha…
MM Abiy Ahimad Duula Al-Shabaab naannawaa Baha Afrikaarraa balleessuu cimsuuf waltajjii…
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Duula Al-Shabaab naannawaa Baha Afrikaarraa balleessuu cimsuuf waltajjii magaalaa Moqaadishootti gaggeeffamaa…
Jilli Obbo Awwaluun durfamu Godina Wallagga Bahaatti oomisha qamadii bonee daawwate
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Jilli Ittaanaa Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Wallagga Bahaa aanaa Leeqaa Dullachaatti oomisha qamadii bonee daawwate.…
Hojiin Dallaa Juugal eeguufi kunuunsuu cimee itti fufa- Obbo Oordiin Badrii
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Hojiin Dallaa Juugal eeguufi kunuunsuu cimee kan itti fufu ta’uu Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oordiin Badriin ibsan.
Obbo Oordiin Badriin…
Naannoo Horsiisee Bulaatti waggoottan afran darbaniif roobuu dhabuu isaan hawaasni rakkoo hamaaf…
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Naannoo Horsiisee Bulaatti waggoottan afran darbaniif roobuu dhabuu isaan hawaasni rakkoo hamaaf saaxilamuu Biiroon Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa…
MM Abiy Ahimad Loltoota Ityoophiyaa Al Shabaab waraanaa jiran waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Loltoota Ityoophiyaa Al Shabaab waraanaa jiran waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…