Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Horsiisee Bulaatti waggoottan afran darbaniif roobuu dhabuu isaan hawaasni rakkoo hamaaf…
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Naannoo Horsiisee Bulaatti waggoottan afran darbaniif roobuu dhabuu isaan hawaasni rakkoo hamaaf saaxilamuu Biiroon Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa…
MM Abiy Ahimad Loltoota Ityoophiyaa Al Shabaab waraanaa jiran waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Loltoota Ityoophiyaa Al Shabaab waraanaa jiran waliin mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
MM Abiy Ahimad Somaaliyaa magaalaa Moqaadishoo galan
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Waltajjii Naannawaa Baha Afrikaa Somaaliyatti gaggeeffamurratti hirmaachuuf magaalaa Moqaadishoo galaniiru.…
IGAD Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluuf beekamtii kenne
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Mootummoonni Misooma Baha Afrikaa( IGAD) Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun nageenyaaf sagalee ta’uun gahee ba’atteef beekamtii kenneera.
IGAD…
Magaalli Shaggar kan hundaa’e fedhii fi gaaffii uummata Oromoo deebisuufi – Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Magaalli Shaggar kan hundaa'e fedhii fi gaaffii uummata Oromoo deebisuuf ta’uu Kantiibaan Magaalichaa Dooktar Tashoomaa Addunyaa himan.
Jilli Sadarkaa…
Hoggantoonnii fi qooda fudhattoonni kutaa magaala Buraayyuutti hojiilee qonna magaalaa daawwatan
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Hoggantoonnii fi qooda fudhattoonni Sosochii Qonna Magaalaa fi agarsiisaa fi Baazaarii Kutaa magaalaa Buraayyuu dawwataniiru.
Magaala Shaggar hawaasa…
Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa qorachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Koreewwan Dhaabbii Caffee Oromiyaa raawwii hojii kurmaana 2ffaa Magaalaa Adaamaatti qorachaa jiru.
Koreewwan kunneen raawwii hojii kurmanaa 2ffaa…
Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Anga’oota Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Maayik Hamariifi Ittaantuu…
Naannoon Afaarii fi Gaambeellaa Qonna Jallisiirratti xiyyeeffannoon hojjetachaa jiraachuu ibsan
Finfinnee, Amajjii 24, 2015 (FBC) – Naannoleen Afaarii fi Gaambeellaa Qonna Jallisiirratti xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu Biirooleen naannolee kanneen beeksisa.
Naannoo Gaambeellaatti…
Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuun hoggantoota dhaabbilee Faayinaansii waliin…
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Maammoo Mihiratuun hoggantoota dhaabbilee Faayinaansii waliin mari’achaa jiru.
Marichaan haala baankichi dhaabbilee…