Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raawwiin baatiiwwan ja’aan darbanii Ityoophiyaa boqonnaa fooyya’aatti gama ceessisuun abdii kan…
Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Raawwiin walakkaa waggaa bara baajatichaa Ityoophiyaa boqonnaa fooyya’aatti gama ceessisuun abdii kan kenne ta’uu ministiroonni ibsan.
Fuuldurattis…
Riifoormiin gabaa boba’aa bu’aa galmeesaaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Waggaa tokkoon dura kan eegalame deeggarsi boba'aa yaadame bu'aa galmeessaa jiraachuun ibsame.
Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaan…
Naannoon Oromiyaa Buufataa meeshalee goggogaa Mojoo babal’isuuf deeggarsa akka taasisu ibse
Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Buufata meeshaalee Goggogaa Mojoo babal’isuuf tattaffii taasifamuuf Mootummaan Naannoo Oromiyaa deeggarsa barbaachisaa akka taasisu Pireezidaaantiin…
Hanga ammaatti oomishni kuntaalli miiliyoona 170 ol walitti qabameera-BQO
Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti qonna Gannaarraa hanga ammatti oomishni kuntaalli miiliyoona 170 ol walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Itti Aanaan…
MM Abiy Ahimad garee gorsitoota isaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 23, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad garee gorsitoota Muummee Ministiraa waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad gorsitoota Muummee Ministiraa…
Hojiin filmaataa hidhaalee xixiqqaa babal’isuu cimee itti fufuu qaba-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Hojiin filmaataa misoomaa jallisii cimsuu fi maddisiisa annisaa elektirikii hidhaalee xixiqqaa babal’isuu cimee itti fufuu akka qabu Muummeen Ministiraa…
Magaalaa Finfinneetti mariin haala yeroo biyyaalessaarratti xiyyeeffate gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 23, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti mariin haala yeroo biyyaalessaarratti xiyyeeffate gaggeeffameera.
Marichi Kantiibaa Magaalichaa Aadde Adaanach Abeebeefi Ittaanaan…
Walmaraatti qamadiin jallisiin misoomaa jiru daawwatame
Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Walmaraatti qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwatame.
Daawwannaa kanarratti Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantii Naannoo…
Adaamaatti sagantaan sosochii “Ityoophiyaan Haa Oomishtuu” gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Sagantaa sosochii "Ityoophiyaan Haa Oomishtuu" Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Itti Aanaa Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Obbo Eeliyaas…
Himatamtuun hojjettuu isheerraan miidhaa geessiste hidhaa fi maallaqaan adabamte
Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Magaalaa Walisootti himatamtuun hojjettuu isheerratti gara jabinaan miidhaa geessiste hidhaa cimaa waggaa 15 fi maallaqaan adabamte.
Himatamtuun…