Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanqina geejjibaa furuuf jalqabbiin Waldaa Geejjibaa fi Loojistiksii Gadaa fakkeenya-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 23, 2015 (FBC)- Hanqina geejjibaa biyyattii mudataa jiru furuuf jalqabbiin Waldaan Geejjibaa fi Loojistiksii Gadaa fakkeenya ta’uu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo…
Aadde Samaariittaa Sawaasawu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Cheek Rippaabiliik waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 23,2015(FBC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Aadde Samaariittaa Sawaasawu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Cheek Rippaabiliik Ambaasaaddar Miiroozilaav Kooseek waliin…
Pireezidaanti Shimallis Geejjiba Fe’umsaa Gadaa hojii jalqabsiisan
Finfinnee, Amajjii 23,2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan tajaajila Geejjibaa Fe'umsaa Gadaa hojii eegalchiisaniiru.
Waldaan Aksiyoona Geejjibaa fi…
Jilli Ittaanaa Ministira Haqaa Turkiin durfamu Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasise
Finfinnee, Amajjii 23,2015(FBC)- Jilli Ittaanaa Ministira Haqaa Turkii Yaakup Mooguliin durfamu Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuu ibsame.
Jilichi tumsa seeraafi haqaa mootummaa…
Daldala Alaa Ityoophiyaa guddisuuf hariiroo daldalaa biyyattiin biyyoota ollaa waliin qabdu cimsuuf…
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Daldala Alaa Ityoophiyaa guddisuuf hariiroo daldalaa biyyattiin biyyoota ollaa waliin qabdu cimsuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Ambaasaaddar Mizgaanuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Mizgaanuu Argaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zyii’oo Zyiiyuu’aan waliin mari’ataniirtu.…
Oromiyaatti tajaajila Lammummaan hojiileen Birrii biiliyoona 140tti tilmaamamu hojjetame – BMO
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti tajaajila Lammummaan hojiileen Birrii biiliyoona 140tti tilmaamamu hojjetamuu Biiroon Maallaqaa Oromiyaa beeksise.
Biiroon…
Aadde Adaanach jila Kantiibaa Magaalaa Deenveriin durfamu waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen jila Kantiibaa Magaalaa Deenveriin Mikaa'el Bii Haankookiin durfamu waliin mari’ataniiru.
Kaabinee…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 176 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1 fi 176 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa kumni 1, 167 dhiirota yoo…
Oromiyaatti namoota sababa hongeetiin miidhamaniif miiliyoona 5 oliif deeggarsi taasifamaa jira
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti namoota sababa hongeetiin miidhamaan miiliyoona 5.2’f deeggarsi taasifamaa jiraachuu Buusaa Gonofaan Oromiyaa beeksise.
Hogganaan…