Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Aganyahu Tashaagar Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyahu Tashaagar Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Iviigaanii Tarkiihiin waliin waajjiira isaaniitti…
Diinagdeen Ityoophiyaa bara kana % 7.5 ni guddataan eegama – Ministeera Pilaanii fi Misoomaa
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Diinagdeen Ityoophiyaa bara kana % 7.5 kan guddatu ta’uu raawwiin hojii Diinagdee Gooroo baatiwwan jahan darbanii mul’ise.
Gamaaggamni raawwii hojii…
Diinagdeen keenya bu’uurarraa cimaa jira-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC)-Qormaatilee hedduu dura dhaabbachaa utuu jirru, diinagdeen keenya bu’uurarraa cimaa jira jechuun Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen…
Godina Walaayittaafi Magaalaa Arbaaminiciitti haala yeroorratti mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 22, 2015(FBC)- Godina Walaayittaafi Magaalaa Arbaaminicitti haala yeroo biyyaalessaafi naannoorratti mariin gaggeeffamaa jira.
Jiraattota Magaalaa Arbaaminciifi…
Jilli Obbo Geetuun durfamu Shawaa Kibba Lixaatti hojiilee misooma qonnaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Birroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Shawaa Kibba Lixaatti hojiilee misooma qonnaa daawwateera.
Jilli kun Aanaa…
MM Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggamaa…
Finfinnee, Amajjii 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ministirootaa waliin raawwii hojii walakkaa waggaa gamaaggamaa jiru.
Raawwii hojii baatiwwan…
Komishiniin Gumuruukaa deeggarsa meeshaalee Birri miiliyoona 24.7’tti tilmaamamu taasise
Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Komishiniin Gumurukaa Godina Shawaa Kibba-Lixaatti deeggarsa meeshalee garaagaraa Birrii miiliyoona 24.7’tti tilmaamamu harka qalleeyyiif taasise.…
Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Jibuutiitti damee isaa banuufi
Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Jibuutitti tajaajila baankiif damee isaa banuufi.
Jilli Qondaaltota Baankii Hojii Gamtaa Oromiyaa, Qondaaltota Abba…
Finfinneetti weerara lafaa dabalatee kanneen seera cabsan kuma 263’rratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Baatiiwwan 6’n darban weearara lafaa, daldala seeraan alaa dabalatee, kanneen seera cabsan 263 irratti tarkaanfii fudhachuu Abbaan Taayitaa Kabachiisa…
Hojiin humna shororkeessaa Shanee hordofanii dhabamsiisuu cimee itti fufuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaa Godinaalee Gujii fi Booranaa akkasumas naannawaa daangaa Naannoo Somaalee Ityoophiyaatti duulli humna shororkeessaa Shanee…