Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xiyyaarri Chaayinaan hojjette balalii idilee jalqaban milkaa’e
Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Chaayinaan dandeetti isheen kan oomishte xiyyaarri “C-919" jedhamu, balalii yaalii boodaa kaleessa balalii idilee jalqabaa milkaa’inaan gaggeessuun…
Naannoo Afaaritti haala yeroo biyyaarratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Amajjii 21, 2015 (FBC)- Naannoo Afaaritti haala yeroo nageenyaa fi siyasaa biyyaarratti kan xiyyeeffate mariin hawaasa gaggeeffamaa jira.
Maricharratti Pireezidaantii Naannoo…
Jilli Obbo Geetuun durfamu Aanaa Adaamaatti Qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti Qamadii jallisiin misoomaa jiru daawwateera.…
Naannichatti Tiraakteroonn qonnaa 105 waldaaleef dabarfaman
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Biiroon Hojii fi Ogummaa naannoo Oromiyaa Tiraakteroota Qonnaa ammayyaa 105 fi waldaaleef dabarseera.
Tiraakteroonni Qonnaa ammayyaa kunneen Qonna…
Shaakalli Qindaa’aa loltummaa har’a Awaash Aarbaatti ilaalle Ityoophiyaan humna waraana…
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Shaakalli Qindaa'aa loltummaa har'a Awaash Aarbaatti ilaalle Ityoophiyaan humna waraana hambisu ijaaruu ishee mul'isa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Aanaa Wambarmaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbe
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Godina Goojjam Lixaa Aanaa Wambarmaatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 5 darbuu ibsameera.
Konkolaataan fe'umsaa Siinootiraakii jedhamu kufee…
Mootummaan Jaappaan maashinaroota Birrii miiliyoona 100tti tilmaamamu Ityoophiyaaf deeggarsa…
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Mootummaan Jaappaan maashinaroota Birrii miiliyoona 100tti tilmaaman Inistiityuutii Teeknooloojii Bishaan Ityoophiyaaf deeggarsa taasiiseera.
Ejansiin…
Kitaabileen Harma Harmee, Boorsaa Harkaa fi Hawwii gaara duubaa jedhu eebbifamaa jiru
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Barreessaa fi gaazexeessaa Ayyalaa Ejereen kan barreeffaman kitaabileen mata dureen isaanii Harma Harmee, Boorsaa Harkaa fi Hawwii gaara duubaa jedhaman…
Ayyaanni galateeffannaa fi bara haaraa saba Geede’oo kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Ayyaanni galateeffannaa fi bara haaraa saba Geede’oo Daraaroon magaalaa Diillaatti kabajamaa jira.
Ayyaannichi, ‘Duudhaa Aadaa qulqulluu nageenya…
Waltajjiin marii obbolummaa sab-daneessummaa fi haala yeroorratti xiyyeeffate Magaalaa Shaggarii fi…
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Waltajjiin marii Obbolummaa sab-daneessummaa fi haala yeroorratti xiyyeeffate jiraattota bulchiinsa Magaalaa Shaggarii fi Asoosaatti gaggeeffamaa jira.…