Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin marii Obbolummaa sab-daneessummaa fi haala yeroorratti xiyyeeffate Magaalaa Adaamaatti…
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Waltajjiin marii Obbolummaa sab-daneessummaa fi haala yeroorratti xiyyeeffate jiraattota Magaalaa Adaamaa waliin gaggeeffamaa jira.
Af-yaa'iin Mana…
Waltajjiin marii Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Yuunivarsiitii Haramaayaatti gaggeeffaamaa jira
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Qopheessummaa Yuunivarsiitii Haramaayaa fi Abbaa Taayitaa Bittaa Qabeenyaa Mootummaan Waltajjiin marii Dhaabbilee Barnootaa Olaanoo Yuunivarsiitii…
Balaa Ibiddaa Buraayyuutti qaqqabeen qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Shaggar magaalaa Buraayyuutti Balaa Ibiddaa qaqqabeen qabeenyarra miidhaan ga’uu ibsameera.
Eda galgala naannoo Sa’aatii 3:15tti…
Xaa’oon meetirik toonii kuma 400 Buufata Doonii Jibuutii ga’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Baatii tokko keessatti xaa’oon biyyee meetirik toonii kumni 400 buufata doonii Jibuutii qaqqabuu Tajaajilli Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Ityoophiyaa…
Baankichi imaltoota tikeeta balalii xiyyaaraa Moobaayil Baankiingiin bitatanirra kaa’ee ture…
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa imaltoota tikeeta balalii xiyyaaraa Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa Moobaayi Baankiingiin bitatanirra uggura Birrii kuma 100…
Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa godaansaaf saaxilamtota 141 baraaruu beeksise
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)-Jibuutiitti Embaasiin Ityoophiyaa godaansaaf saaxilamtota 141 baraaruu beeksiseera.
Godaantonni kunneen haala ulfaataan bidiruu daddabarsitoota seeraan…
Gabaasa daawwannaa korichi hojiilee qonnaa Oromiyaatti taasiserratti mari’atame
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Qonnaa gabaasa daawwannaa hojiilee misooma qonnaa godinaalee Oromiyaatti taasiserratti…
Lammiileen kumni 1 fi 173 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)-Marsaa sadiin hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuu gaggeeffameen lammiileen Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 173 gara…
Buqqaatii biyya keessaaf furmaata waaraa barbaaduun xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Amajjii 19, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Gorsaa Addaa Dhimma Buqqaattota Biyya Keessaa Dhaabbata Mootummoota…
Qormaata kutaa 12ffaa barattoonni kumni 29 fi 909 dhibbeentaa 50 ol fidan- Ministeericha
Finfinnee, Amajjii 19, 2015(FBC)- Bara barnootaa 2014’tti barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan keessaa %50 ol kan fidan barattoota kuma 29fi 909 ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.…