Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Aadde Adaanach Abeebeen durfamu bakka buutota hawaasa Ityoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan…
Finfinnee, Amajjii 19, 2015(FBC)- Jilli Kantiibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen durfamu bakka buutota hawaasa Ityoophiyaa Afrikaa Kibbaa jiraatan waliin mari’atan.
Marichaan…
Godina Arsiitti hojiileen Sagantaa Seeftineetii Misoomawaan hojjetaman daawwataman
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Godina Arsii Aanaa Sireetti hojiileen sagantaa Seeftineetii Misoomawaatiin hojjetamaa jiran daawwataman.
Daawwannaa kanarratti Ministir Deetaan…
Barattoonni Bulti Addaa Oromiyaa 21 qabxii 600 ol galmeessan-BBO
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Barattoonni Mana Barnootaa Bultii Addaa Oromiyaa 21 qormaataa Biyyaalessaa kutaa 12ffaa qabxii 600 ol galmeessuu Biiroon Barnootaa Oromiyaa ibse.…
Oromiyaatti borurraa eegalee mariin dargaggootaa kan gaggeeffamu ta’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti boru Amajjii 20, 2015 irraa eegalee dargaggoota sadarkaa Godinaa, Magaalaa, Aanaa fi Gandaa waliin mari’achuuf qophiin taasifamuu…
Baankiin Daldalaa fi Koorporeeshinii Misoomaa Paarkiiwwan Indaastirii waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa fi Koorporeeshiniin Misoomaa Paarkiiwwan Indaastirii waloon hojjechuuf waliigalan.
Sanada waliigalteechaas Ittaanaa…
Haala hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaarratti Attaasheewwan loltummaaf ibsi kennamaa jira
Finfinnee, Amajjii 19, 2015(FBC)- Haala hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaarratti Attaasheewwan loltummaaf ibsi kennamaa jira.
Waliigaltee nageenyaa Mootummaa Federaalaafi ABUT…
Abbootiin qabeenyaa biyyoota alaa Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti bobba’uuf fedhii…
Finfinnee, Amajjii 19, 2015(FBC)- Abbootiin qabeenyaa biyyoota alaa Ityoophiyaatti dameewwan invastimantii Baankiifi Infoormeeshin Kominikeeshiniirratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsan.…
Giddugalli dandamaannaa yeroo lammiilee waliitti bu’iinsaan buqqa’anii eebbifame
Finfinnee, Amajjii 19, 2015 (FBC)- Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti kan ijaaramee, tajaajila kennaa kan ture giddugalli haaromsaa haareffamuun bakka qondaaltonni olaanoo mootummaa…
Tamboon Birrii miiliyoona 1.2 olitti shallagamu to’atame
Finfinnee, Amajjii 19, 2015(FBC)-Godina Harargee Bahaatti tamboon seeraan ala daddabarfamaa ture Birrii miiliyoona 1.2’tti shallagamu to’atamuu poolisiin beeksise.
Tambichi konkolaataa…
Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa ifoome
Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Bu’aan qormaata kutaa 12ffaa bara barnootaa 2014 guyyaa har’aa ifoomuu Tajaajilli Madaallii Barnootaafi Qormaatilee beeksise.
Barattoonni bu’aa…