Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iiwwan Gamtaa Afrikaa fi Xaaliyaanii- Afrikaarratti milkaa’inni Dippiloomaasii argame –…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa fi Yaa’ii 2ffaa Xaaliyaanii – Afrikaarratti milkaa’ina dippiloomaasii faayidaa biyyaalessaa…
Bilisummaa fi haqa qabeessummaa filannoo mirkaneessuuf hirmaannaan dargaggootaa murteessadha – Aadde…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) – Haqa qabeessummaa, diimokiraasummaa, fudhatummaa fi bilisummaa filannoo guddisuuf hirmaannaan dargaggootaa daran murteessa jedhan Hoggantuun Biiroo…
Qophii duula na filadhaa Paartii Badhaadhinaa fi IZEMA…
Finfinnee, Guraandhala 10, 2018 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa fi Paartiin Lammiilee Itiyoophiyaa Haqa Hawaasummaaf filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaaf qophii duula na filadhaa taasifneerra…
Baatii Ramadaanaa waliiyaaduu fi walgargaaruun dabarsuu qabna – Sheek Ibiraahiim Tufaa
Finfinnee, Guraandhala 9, 2018(FMC) - Baatii Ramadaanaa Guddicha walii yaaduu fi wal gargaaruun dabarsuu qabna jedhan Pirezidaantiin Mana Maree Dhimmoota Isilaamummaa Itiyoophiyaa Sheek…
Komiiwwan wayita filannoo ka’aniif deebii hatattamaa seera bu’uureffate kennuuf ni hojjetama-…
Finfinnee, Guraandhala 9, 2018 (FMC) – Komiiwwan wayita filannoo ka’aniif deebii hatattamaa seera bu'uureffate kennuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama jedhe Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa.…
Itiyoophiyaan Damee hubannoo namtolchee ijaaruufi hogganuuf hojjetaa jirti- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Guraandhala 9, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan Damee hubannoo namtolchee ijaaruufi hogganuuf hojjetaa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.
Obbo…
Dorgommii fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa Oromiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 9, 2018 (FMC) – Dorgommii fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa Oromiyaa Godina Shawaa Kibba Lixaa Magaalaa Tulluu Boollootti gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommii fi…
Biyyoonni Afrikaa karooora bayyaannannaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamchuuf dandeessisu akka…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Biyyoonji Miseensonni Gamtaa Afrikaa karoora dhiibbaa jijjiiramaa qabeenya qilleensaa bayyaannachuu isaan dandeessisu baafachuu akka danda'an…
Jijjiiramni ajaa’ibsiisaan magaalaa keenyaa yaa’iwwan darbaniif simboo guddaa…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Aadaan keessummaa simachuu Itiyoophiyaanotaa fi jijjiiramni ajaa'ibsiisaan magaalaa keenyaa yaa'iiwwan darbaniif simboo ta'aniiru jedhan Kantiibaan…
Itiyoophiyaan dhaabbilee Faayinaansii idil addunyaa ijoo waliin tumsa tarsiimawaa qabdu ni cimsiti-…
Finfinnee, Guraandhala 8, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan dhaabbilee Faayinaansii idil addunyaa ijoo waliin tumsa tarsiimawaa qabdu ni cimsiti jedhan Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee…