Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koorporeeshiniin Misooma Baankii Lafaa Federaalaa fi Ityoo Injiinariingi waloon hojjechuuf…
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Koorporeeshiniin Misooma Baankii Lafaa Federaalaa fi Ityoo Injiinariingi hojiilee misoomaa waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigaltechaas…
Koreen farra- malaammaltummaa magaalichaa eeruuwwan himanni irratti banamuu danda’an 127 walitti…
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Koreen farra- malaammaltummaa magaalaa Finfinnee eeruuwwan himanni irratti banamuu danda’an 127 walitti qabuu beeksise.
Korichi koreewwan xixiqqoo seeraafi…
Tarkaanfiin shaneerratti fudhatamaa jiru cimee itti fufuu Qondaaltonni Olaanoo Raayyaa Ittisaa…
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Kibba Naannoo Oromiyaa fi naannawaa daangessanitti Raayyaan Ittisaa Biyyaa bobba’e gandoota garee shororkeessaa shanee jala turan gadi lakkisiisuu…
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaarraa miidhaan gahe
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaarraa miidhaan gahuu ibsame.
Balaa ibiddaa kutaa magaalichaa bakka…
Sadarkaaleen faayidaa biyyaalessaa ni guddisu jedhaman kumni 1fi 35 ragga’an
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Inistiitiyuutiin Sadarkaalee Ityoophiyaa Sadarkaalee gama fayyaa, eegumsa naannoofi daldalaan gahee olaanaa bahachuu danda’an kuma1fi 35 raggaasisuu ibsame.…
Yakkamaa daa’ima waggaa 4 gudeede irratti murtoo cimaan waggaa 20 murtaa’e
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Magaalaa Saawulaatti yakkamaa daa’ima waggaa 4 gudeede irratti murtoo cimaan waggaa 20 murtaa’uu ibsame.
Yakkamichi Mudde 1, 2015 daa’ima waggaa 4 irratti…
Oromiyaatti Ayyaanaa Qillee fi Cuuphaaf meeshaaleen bu’uuraa gatii madaalawaan dhiyaachaa jiru…
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)-Naannoo Oromiyaatti Ayyaanaa Qillee fi Cuuphaaf meeshaaleen bu’uuraa gatii madaalawaan dhiyaachaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan…
Qajeelfamni buna gabaa alaaf dhiyaatu sharafa alaan biyya keessatti gurguruu dandeessisu ba’uu…
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Abbaan Taayitaa Bunaafi Shayii Ityoophiyaa wixinee qajeelfama buna gabaa alaaf dhiyaatu sharafa alaan biyya keessatti gurguruu dandeessisu baasuu ibsame.…
Biyya tajaajiluun carraa; ergama bahachuun ammoo injifannoodha- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Biyya tajaajiluun carraa ergama bahachuun ammoo injifannoodha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Ambaasaaddaroota bara tajaajila isaanii xumuran…
Asxaan magaalaa Shaggar ifoomuu ibsame
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Asxaan magaalaa Shaggar ifoomuu ibsameera.
Asxaan magalichaa faajjii Sirna Gadaafi Odaa haammatee simboome jedhameera.
Faayamni faajjii Gadaafi ardaan…