Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godinichatti hanga ammaatti lafa hektaara kuma 31irratti sanyiin qamadii bonee faca’uu ibsame
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaatti hanga ammaatti lafa hektaara kuma 31irratti sanyiin qamadii bonee faca’uu ibsame.
Jilli Ittaanaa Hogganaafi Itti gafatamaa…
Naannoon Ummattoota Kibba Lixa Ityophiyaa mana mare sablammootaa hundeessuuf yaa’ii gaggeessaa jira
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Naannoon Ummattoota Kibba Lixa Ityophiyaa mana maree sablammootaa hundeessuuf yaa’ii isaa Magaalaa Miizaan teeppiitti gaggeessaa jira.
Yaa’icharrattis…
Yuunivarsiitiiwwan ofiin akka of-bulchan mirkaneessuun gaaffiiwwan faayidaalee garaagaraa deebisuu…
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Yuunivarsiitiiwwan ofiin akka of-bulchan mirkaneessuun qulqullina barnootaa eegsisuurra darbee gaaffiiwwan faayidaalee garaagaraarratti ka’an deebisuu kan…
MM Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezdaantii Turkii Reesiip Xaayib Eerdohaan waliin dhimoota waloorratti mari’ataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI…
Boordichi buufataalee filannoo 24 irratti galmeen filattootaa irra deebiin akka gaggeeffamu murtoo…
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Murtoo ummataa naannoo Kibbaatti gaggeeffamuuf jiru hordofee Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa buufataalee filannoo 24 irratti galmeen filattootaa irra…
Liigiin Paartii Badhaadhinaa Akliiluu Taaddasaa Pireezidaantii liigichaa taasiisuun filate
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Liigiin Paartii Badhaadhinaa yaa’ii idilee 1ffaa gaggeessaa jiruun Akliiluu Taaddasaa Pireezidaantii liigichaa taasiisuun filateera.
Filannoo har’a…
Abbaan Taayitichaa hojiilee qorannoo Gaazexeessummaa gaggeeffamu gufachiisuuf yaaliin taasiifamu…
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa hojiilee qorannoo Gaazexeessummaa gaggeeffamu gufachiisuuf yaaliin taasiifamu kamiiyyuu akka dhaabbatu…
Hojjettoonni Tajaajilaa nageenya odeeffannoo biyyaalessaa 4 Mana Amala Sirreessaa akka turan ajajame
Finfinnee, Mudde 24, 2015(FBC)- Bittaa simmintoon walqabatee Birrii miiliyoona30 ol seeraan ala faayidaa dhuunfaaf oolchaaniira jedhamuu kanneen himataman hojjettoonni Tajaajilaa Nageenya…
Baankichi dameewwan isaa 28 Magaalaa Maqaleetti argaman hojii eegaluu ibse
Mudde 24, 2015(FBC)- Baankiin Wagaagan dameewwan isaa 28 Magaalaa Maqaleetti argaman guyyaa har’a hojii eegaluu ibseera.
Waliigaltee nageenyaa hordofee dameewwan isaa magaalaa…
Lammiileen kumni 1 fi 70 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 24, 2015 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 70 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru.
Sadaasa 12, 2015 eegalee…