Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen kumni 1 fi 106 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 106 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen deebi’an kunneen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa…
Lammiileen kumni 1 fi 106 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 106 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiileen deebi’an kunneen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa…
Abbaan Gadaa duraanii Gujii Aagaa Xaanxanoo boqotan
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)- Abbaan Gadaa duraanii Gujii Aagaa Xaanxanoo du'aan boqotan.
Maanguddoon umrii waggaa 78 Aagaa Xaanxanoon akka Lakkoofsa Ityoophiyaa Jalqaba bara 1990…
Horsiisee Bultoonni Godina Booranaa Aanaa Dhaas lammiilee sababa hongeen midhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Horsiisee Bultoonni Godina Booranaa Aanaa Dhaas lammiilee sababa hongeen midhamaniif beelladoota kuma 1fi 900 ol deeggarsa taasiisaniiru.
Horsiisee…
Jarman Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 20 ramadde
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Mootummaan Jarman Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 20 ramaduu beeksiiseera.
Deeggarsichi gama Dhaabbata Mootummoota…
Lafa karee meetira kuma 3 irratti ijaarsi Paarkii Qiirqoos eegalame
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)- Birri miiliyoona 17’n lafa karee meetira kuma 3 irratti ijaarsi Paarkii Qiirqoos guyyaa har’aa eegaleera.
Ijaarsichas Walitti Qabaan Boordii Baankii Dabuub…
Waloon hojjechuu Poolisii fi ummataa kan cimsu Gareen Gorsaa Walabaa hundeeffame
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)- Walta’iinsaan waloon hojjechuu poolisii fi ummataa kan cimsu gareen gorsaa biyyaalessaa walabaa hundeeffameera.
Gareen Gorsaa Walabaa Biyyaalessaa,…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu aanaa Cooraatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Cooraatti hojiilee misoomaa daawwateera.…
Biyyoota garaagaraatti Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an Humna Qilleensaa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Jijjiiramni Humni Qilleensaa Ityoophiyaa damee Teeknooloojii Ayiveeshiniin milkeesse guddina biyyaaf agarsiiftuu ta’uu ajajaa olaanaan dhaabbatichaa…
Ulaawwan seensa Finfinneetti giddugaloonni gabaa meeggaan ijaaramaa jiru-Aadde Adaanach Abeebe
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)-Ulaawwan seensa Magaalaa Finfinnee afuranitti giddugaloonni gabaa meeggaa raabsa oomishaalee qonnaa hunda galeessi ijaaraamaa jiraachuu Kantiibaan Bulchiinsa…