Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jibuutiitti Imbaasiin Ityoophiyaa godaantoonni 39 gara biyyaa akka deebi’an taasiise
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Jibuutiitti Imbaasiin Ityoophiyaa godaantoonni rakkoo garaagaraaf saaxilamoo ta’an 39 gara biyyaa akka deebi’an taasisuu beeksiise.
Imbaasichi dhaabbata…
Arsii Lixaatti dhaabbileen siiviilii rakkoolee hawaasaa furuuf pirojektii Birrii biiliyoona 3…
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)- Godina Arsii Lixaatti dhaabbileen Siiviilii rakkoolee hawaasaa furuuf pirojektii Birrii biiliyoona 3 eegalaniiru.
Pirojektiiwwan dhaabbilee siviilii…
Oromiyaatti misooma Qamaadii boneettin hanga ammatti lafti hektaarri kumni 772 ol sanyiin uwwifame –…
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti misooma Qamaadii Jallisii boneen lafa hektaara kuma 920 qophaa’e keessaa hanga ammatti lafti hektaarrii kumni 772 ol sanyiin uwwifamu…
Biyyoota garaagaraatti Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an hojiilee riifoormii Ministeera…
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Biyyoota garaagaraatti Ambaasaaddaroonni Ityoophiyaa bakka bu’an hojiilee riifoormii Ministeera Albuudaa daawwataniiru.
Daawwannichaan booda Ministira…
Obbo Shimallis ijaarsa Daandii maqa Roobee – Gooroo –Soof Umar eegalchiisaan
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ijaarsa Daandii Aspaaltii maqa Roobee – Gooroo –Soof Umar eegalchiisaan.
Sirna kanarratti…
Dooktar Biqilaa Hurrisaan Walitti qabaa Boordii Tajaajila Oduu Ityoophiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 2ffaa gaggeesseen muudama miseensoota Boordii Tajaajila Oduu Ityoophiyaa raggaasise.…
Hayyoonni beekumsarratti bu’uureffachuun ijaarsa biyyaaf gahee adda durummaa akka bahatan gaafatame
Finfinnee, Mudde 13, 2015(FBC)- Hayyoonni yaadaa furmaataa beekumsarratti bu’uureffateen ijaarsa biyyaaf gahee adda durummaa isaanii akka bahatan Ministeerri Nageenyaa waamicha dhiyeesse.…
Manni marichaa walga’ii idilee 7ffaa gaaggessaa jira
Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 2ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’ichaan mudama miseensoota Boordii Tajaajila Oduu…
Ambaasaaddaroonni Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaafi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa bakka bu’an Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaafi Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo daawwatan.
Jijjiiramni…
Marii hayyoonniifi dargaggoonni Tigraay gaggeessaa turan xumurame
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Marii hayyoonniifi dargaggoonni Tigraay guyyoota sadiif gaggeessaa turan xumurame.
Marichi adeemsa jijjiiramaa Ityoophiyaa, waliigaltee nageenyaafi naannoo…