Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaa Ittisa Biyyaa mana kitaabaa Abrihootiif kitaabota Birrii miiliyoona 1 olitti shallagaman…
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa mana kitaabaa Abrihootiif kitaabota Birrii miiliyoona 1 olitti shallagaman gumaachuu ibsame.
Ministeerichi mana…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 18 gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee gara biyyaa deebi’an keessaa…
Tarkaanfii olaantummaa seeraa qindaa’aa fudhatamuun nageenya waaraa argamsiisuuf…
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Tarkaanfii olaantummaa seeraa qindaa'aa fudhatamuun nageenya waaraa argamsiisuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii mootummaa naannoo…
Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee Jibuutii 6 garee hidhattoota Firuud jedhamuun ukkaamfaman gadi…
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa lammiilee Jibuutii 6 garee hidhattoota Firuud jedhamuun ukkaamfaman gadlakkisiisuu Ministeerri Dhimma Alaa ibseera.
Ministeerri…
Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja lixaa humnaa fi maallaqasaaniin ummata tajaajilaa jirachuun…
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja lixaa humnaa fi maallaqasaaniin ummata tajaajilaa jirachuu Kutaan Quunnamtii Uummataafi Miidiyaalee ajajichaa ibseera.…
Kolleejjiiwwan Ogummaafi Teekinikaa humna namaa gahumsa qabu oomishuurratti xiyyeeffachuu qabu- Obbo…
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Kolleejjiiwwan Ogummaafi Teekinikaa humna namaa gahumsa qabu oomishuurratti xiyyeeffachuu akka qaban Pireezidaantiin naannoo Hararii Obbo Oordiin Badriin…
Hiituun hadiida baaburaa seeraan ala hiikamee daddabarfamaa ture kumni 2 fi 500 ol to’atame
Finfinnee, Mudde 12, 2015 (FBC)- Hiituun hadiida baaburaa seeraan ala hiikamee daddabarfamaa ture kumni 2 fi 590 Naannoo Somaalee Aanaa Eraritti shakkamtoota waliin to’atamuun ibsame.…
Iluu Abbaa Booritti sanyii buna filatamaa miiliyoonni 100 ol qopha’aa jira
Finfinnee, Mudde12, 2015 (FBC)- Godina Illuu Abbaa Booritti sanyiin buna filatama miiliyoonni 100 ol qopha’aa jiraachuun ibsame.
Jilli Hoggannaa Ittaanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo…
Oromiyaatti qorannoon dizaayinii pirojektoota misooma jallisii hektaara kuma 51 misoomsanii sadii ni…
Finfinnee, Mudde 12, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaa godinaalee sadiitti lafa hektara kuma 51 misoomsuu kan danda’an qorannoon dizaayinii pirojktoota misooma jallisii sadii barana akka…
Dhaloota damee teekinooloojiin gahoomsuun guddina hunda galeessa Ityoophiyaaf gahee olaanaa qaba…
Finfinnee, Mudde 12,2015(FBC)- Dhaloota damee teekinooloojiin leenjisuufi gahoomsuun guddina hunda galeessa Ityoophiyaaf gahee olaanaa qabaachuu Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen…