Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbatichi bosona ofiin bulchu hektaara miiliyoona 3.6 keessaa hektaara miiliyoonni 1.7 irratti…
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Bosonaa fi Bineensa Bosonaa Oromiyaa bosona ofiin bulchu hektaara miiliyoona 3.6 keessaa hektaara miiliyoonni 1.7 irratti waraqaa ragaa argachuu…
Dhaabbileen Idil addunyaa deeggarsa Ityoophiyaatti taasiisan akka dabalan gaafatame
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Afrikaa Bahaatti Qindeessaan deeggarsa namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Daani'eel Indiriis Dhaabbileen Idil addunyaa deeggarsa Ityoophiyaatti…
Oromiyaatti bara kana lafa hektaara miiliyoina 3.2 irratti hojii miisooma sululaa hojjechuuf…
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Oromiyaatti bara kana lafa hektaara miiliyoina 3.2 irratti hojii eeggumsa biyyoo fi bishaanii hojjechuuf karoorfamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiuse.…
Naannoo Tigraayitti deeggarsi namoomaa midhaan nyaataa fi meeshaalee nyaataan alaa meetirik tooniin…
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayitti deeggarsi namoomaa midhaan nyaataa fi meeshaalee nyaataan alaa meetirik tooniin kumni 98 raabsamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Baalaa…
Yuubni Gadaa Gujii Bariisoo Bilbiloo boqatan
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Yuubni Gadaa Gujii Bariisoo Bilbiloo addunyaa kkanarraa du'aan boqataniiru.
Yuubni guddaan Gadaa Gujii Bariisoo Bilbiloo dhibee isaan muudateen…
Artiist Taarikuu Birihaanuu du’aan addunyaa kanarraa boqate
Finfinnee, Mudde 2, 2015 (FBC) – Artiist Taarikuu Birihaanuu(Baabaa) dhibee isa muudateen du'aan addunyaa kanarraa boqateera.
Artiist Taarikuu Birihaanuu fiilmiwwan hedduurratti taatoo…
Hoggantoonni Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa hoggantoota Raayyaa Ittisaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 1, 2015 (FBC) – Hoggantoonni Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa,hoggantoota Raayyaa Ittisaa FDRI waliin mari'ataniiru.
Dhaabbileen lamaan bu'uura qajeeltoowwan idil…
Mootummaan duula shororkeessummaa, finxaaleyyiifi hannarratti eegale cimsee itti fufa- Dooktar…
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Mootummaan duula shororkeessummaa, finxaaleyyiifi hannarratti eegale cimsee itti fufa jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa…
Magaalaa Goondaritti Doolaarri Sobaa kumni 95 to’atamuu ibsame
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Magaalaa Goondaritti Doolaarri Sobaa kumni 95fi Birriin sobaa miiliyoonni 2.5 to’atamuu ibsame.
Magaalichatti guyyaa har’aa naannoo sa’aatii 5:00 Doolaarri…
Yaa’iin daldalaa Jarman- Afrikaa 4ffaan Johaanisbargitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde1, 2015 (FBC) – Yaa’iin daldalaa Jarman- Afrikaa 4ffaan Afrikaa Kibbaa magaalaa Johaanisbargitti gaggeeffamaa jira.
Mootummaan Jarman Afrikaatti sochii daldalaafi…