Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaa Makoonnin dippiloomaatoota biyyoota Awuurooppaaf ibsa kennan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makoonnin dippiloomaatoota biyyoota Awuurooppaa Ityoophiyaatti argamaniif…
Walakkeessa Baatii Sadaasaa eegalee deeggarsi midhaan nyaataa Meetirik Tooniin kumni 64 Naannoo…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Walakkeessa Baatii Sadaasaa eegalee deeggarsi midhaan nyaataa Meetirik Tooniin kumni 64 Naannoo Tigraayi qaqqabuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaafi Poolisiin Soomaaliyaa waloon hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaafi Poolisiin Soomaaliyaa dhimmoota waloon hojjechuu danda’anirratti waliin hojjechuuf waliigaltee waliif mallatteessan.…
Lammiileen 592 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti lammiileen Ityoophiyaa rakkoo garaagaraa keessa turan 592 gara biyyaatti deebi’aniiru.
Guyyaa har’aa gara biyyaatti lammiilee…
Godina Jimmaatti sagantaan muxannoo wal-jijjiirraa misooma Bunaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) – Godina Jimmaatti sagantaan muxannoo wal-jijjiirraa misooma Bunaa biyyoota alaa waliin gaggeeffameera.
Godina Jimmaatti sagantaan muxannoo waljijiirraa…
Ministeerichi barattoonni kumni 200 qorumsa bahiinsa Yuunivarsiitii ni fudhatu jedhe
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Ministeerri Barnootaa barattoonni kumni 200 qorumsa bahiinsa Yuunivarsiitii kan fudhatan ta’uu ibseera.
Qorumsi bahiinsa Yuunivarsiitii baatii…
Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaadarri Chaayinaa Zaa’oo Yu’eeyin durfamu daawwanaaf Jimmaa…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC) –Jilli Ityoophiyaatti Ambaasaadarri Chaayinaa Zaa'oo Yu'eeyin durfamu daawwannaa hojiif magaalaa Jimmaa seeneera.
Jilichi wayita Buufata Xiyyaaraa Jimmaa…
Namni dhuunfaa Doolaara kuma 26 ol daddabarsaa ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Namni dhuunfaa Doolaara kuma 26fi 400 karaa seeraan alaa daddabarsuun shakkame to’atamuu Qajeelchi Poolisii Godina Shawaa Bahaa beeksise.
Shakkamtichi…
Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii ariifachiisaa 1ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii waliigalaa ariifachiisaa 1ffaa Magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’icharratti Muummeen Ministiraa FDRI fi…
Obbo Reedwaan Huseen Ameerikaatti hoggantoota Inistitiyuutii Huudsan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Gorsaan Nageenyaa Biyyaalessaa Muumme Ministiraa Obbo Reedwaan Huseen Ameerikaatti hoggantoota Inistitiyuutii Huudsan waliin mari’ataniiru.
Obbo Redwaan…