Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinneetti tajaajilli dabarsa qabeenyaa dhaabbii yeroof dhaabbate
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015 (FBC)- Bulchiinsaa magaalaa Finfinneetti tajaajilli dabarsa qabeenya dhaabbii yeroof dhaabbachuu Waajjirri Kantiibaa Magaalichaa Beeksise.
Waajira Kantiibaatti…
Ambaasaaddar Burtukaan Ministira Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimmalaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoon Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa Raamtaan Laamaamraa waliin mari'ataniiru.…
Pireezidaanti Saahilawarq Pireezidaantii dhaabbata Giiftii Dureewwan Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Pireezidaantii yeroo dhaabbata Giiftii Dureewwan Afrikaa Moonikaa Giingoos waliin mari'ataniiru.
Moonikaa…
Dooktar Abrahaam Balaay Ministira Raayyaa Ittisa Biyyaa Soomaaliyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Dooktar Abrahaam Balaay jila Ministira Ministera Raayyaa Ittisa Biyyaa Soomaaliyaa Abdulkadir Mahaammad…
Faransaay hambaalee Ityoophiyaarraa ergisaan fudhattee turte deebiste
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Faransaay hambaalee Ityoophiyaarraa bara 1960moota keessa ergisaan fudhattee turte deebiste.
Hambaalee kanneen hoggantuun tumsa Ityoophiyaatti Embaasii…
Ityoophiyaafi Raashiyaan hariiroo isaanii guddisuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Ityoophiyaafi Raashiyaan hariiroo gamlamee isaanii guddisuuf waliigalan.
Walga’iin Komishinii Waloo Ministirootaa biyyoota lameenii magaalaa…
MM Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa, Dhimmoota Badhaadhina Waloofi Misoomaa Ingiliz waliin…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa, Dhimmoota Badhaadhina Waloofi Misoomaa Ingiliz Jeems Kileevarliin waliin mari’atan.
Muummeen…
Guyyaan sabaa fi sablammootaa Hawaasaatti kabajame nagaan xumurame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Qopheessummaa Naannoo Sidaamaan har’a kan kabajame guyyaan sabaa fi sablammoota ummattootaa 17ffaan rakkoo nageenyaa tokko malee nagaan xumuramu Biiroon…
Komishinar jeneraal Dammallaash Gabramikaa’eel Pireezidaantii Gamtaa Ajajoota Poolisii Gaanfa…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Komishinarri Jeneraal Koomishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Pireezidaantii Gamtaa Ajajoota Poolisii Gaanfa Afrikaa ta’uun filataman…
Guyyaan HIV Eedsii sadarkaa Oromiyaatti Magaalaa Mojootti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Guyyaan HIV Eedsii sadarkaa Oromiyaatti mata duree “Tatamsa'ina HIV dhaabuuf haa qoratamnu; kan hafanis haa qaqqabnu” jedhuun Magaalaa Mojootti…