Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koreen farraa malaanmaltumaa Miseensota 5 qabu Naannoo Kibbaatti hundaa’e
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Kibbaa Obbo Ristuu Yirdaa naannichatti hannaa fi hojmaata badaarratti qabsaa’uuf koree farraa malaanmaltummaa miseensota shan qabu…
Tokkummaa sabdaneesummaa mirkaneesuun dhimma filamaata barbaadu miti- Afyaa’ii MMF
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)-Tokkummaa sabdaneesummaa mirkaneesuun dhimma filamaataaf dhiyaatuu akka hintaane Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyawu Tashaagar ibsan.
Obbo…
Qeenxeen mul’achuuf utuu hintaanee waloon miidhaguuf yaadaa fi hubannoo qajeelaa barbaachisa-MM Abiy…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Qeenxeen caalmaan mul’achuuf utuu hintaanee waloon miidhaguuf yaadaa fi hubannoo qajeelaa barbaachisa jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.…
Embaasiin Raashiyaa mana kitaabaa Abrihootiif deeggarsa Kitaabilee taasise
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Ityoophiyaatti Embaasiin Raashiyaa mana kitaabaa Abrihootiif deeggarsa kitaabilee taasise.
Ityoophiyaatti Ambasaaddaarri Raashiyaa Iviigirini Taryukiin…
Ilaalchonni fiinxaalessi fi daldalli siyaasaa Ityoophiyaa kan humna dhabsiisuu fi bittineessuu…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Ilaalchonni fiinxaalessi fi daldalli siyaasaa Ityoophiyaa kan humna buusuu fi bittineessu farra tokkummaati jechuun Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Hojii nageenya kabachiisuu cimsee kan itti fufu ta’uu poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Hojii nageenya kabachiisuu cimsee kan itti fufu ta’uu poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Qaamolee nageenya wareegama qaamolee nageenyaafi…
Mootummaan naannoo Oromiyaa Waancaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa naannoo Sidaamaatti dabarsee…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Mootummaan naannoo Oromiyaa Waancaa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa naannoo Sidaamaatti dabarsee kenneera.
Pireezidaantiin mootummaan naannoo…
Lammiileen kumni 1fi 200 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa rakkoo keessa turan kumni 1fi 200 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa kumni 1 fi 9 …
Hawaasatti guyyaan sabaa fi sablammootaa Ityoophiyaa 17ffaan miidhaginaan kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)-Magaalaa Hawaasatti guyyaan sabaa, sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa 17ffaan miidhaginaan kabajamaa jira.
Istaadiyamii Hawaasaatti kan kabajamaa…
Mana waloo keenya waloon haa tikfannu- Obbo Dastaa Leeddaamoo
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Hiyyummaa seenaa taasisuuf hirmaannaa taasisaa mana waloo keenya waloon haa tikfannu jedhan Pireezidaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddaamoon.…