Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ilaalchonni fiinxaalessi fi daldalli siyaasaa Ityoophiyaa kan humna dhabsiisuu fi bittineessuu…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2015 (FBC)- Ilaalchonni fiinxaalessi fi daldalli siyaasaa Ityoophiyaa kan humna buusuu fi bittineessu farra tokkummaati jechuun Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Waliigaltee nageenyaa Mootummaa fi ABUT gidduutti taasiifame hojiitti hiikuuf murannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Waliigaltee nageenyaa Mootummaa fi ABUT gidduutti taasiifame hojiitti hiikuuf murannoon hojjetamaa jiraachuu Miseensonni Koree Giddu galeessaa Paartii…
Ameerikaan eeggumsa Nageenya Balallii Geejjiba Ityoophiyaa dinqisiifatte
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Itti aanaa Gargaaraan Bulchiinsa Nageenya Geejjiba Ameerikaa Kaariin Liiyaansi eeggumsa Nageenya Balallii Geejjiba Ityoophiyaa dinqisiifataniiru.…
Karoorri Qamadii Oomishuun wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu milkaa’aa jira – Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Karoorri Qamadii biyya keessatti Oomishuun wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu milkaa'aa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.
Jilli hogganaa…
Yaa’iin Nageenyaa fi Tasgabbi Afrikaa 9ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Yaa’iin Nageenyaa fi Tasgabbi Afrikaa 9ffaan Aljeeriyaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ii olaanaan dhimmoota nageenyaa fi Tasgabbii ardichaarratti mari’atu…
Naannoo Oromiyaatti Koreen Farra Malaammaltummaa hundaa’e
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Koreen Farra Malaammaltummaa miseensota 7 of keessatti hammate hundaa'eera.
Qabsoo hannaafi hojmaata badaa karaa qindoomina qabuun…
Rakkoolee nageenyaa mudataniif furmaanni tokkummaa duraan qabnu cimsuu fi kan ammaa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Rakkoolee nageenyaa mudataniif furmaanni tokkummaa duraan jiru qabnu cimsuu fi kan ammaa tikfachuudha jedhan Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo…
Ityoophiyaan tasgabbii fi Nageenya Somaaliyaa mirkaneessuuf deeggarsa taasiisuu itti fufti- Fiild…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan tasgabbii fi Nageenya Somaaliyaa mirkaneessuuf deeggarsa taasiisuu kan itti fuftu ta’uu Itaamaajooriin Humna Waliigalaa FDRI Fiild Maarshaal…
Muummeen Ministiraa guyyaa sabaa fi sablammootaa ergaa ilaalchisuun ergaa dabarsan
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI guyyaa sabaa fi sablammootaa 17ffaa ilaalchisuun egaa bagaa geessanii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin baga ‘Guyyaa…
Pireezidaanti Saahilawarq Ministira Misooma idil addunyaa Noorweey waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ministira Misooma Idil addunyaa Noorweey Aan Beet Tiiviinariim waliin mari’ataniiru.
Aan Beet Tiiviinariim…