Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sabdaneessummaan keenya madda cimina keenyati!! – TKM
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa kabaja guyyaa Sabaaf sablammootaa 17ffaa ilaalchisuun ergaa dabarseera.
Sabdaneessummaan keenya madda cimina…
Hoggantoonni olaanoon guyyaa sabaa fi Sablammoota kabajuuf Hawaasaa galan
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Naannolee fi Federaalaa guyyaa sabaa fi Sablammoota kabajuuf Magaalaa Hawaasaa galaniiru.
Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo…
Jilli Obbo Geetuun durfamu Aanaa Haroomayaatti hojiiwwan qabeenya uumamaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Harargee Bahaa Aanaa Haroomayaatti hojiiwwan qabeenya uumamaa daawwateera.…
Jallisii Boneen hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 450 ol sanyiin uwwifamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Qonna Jallisii Bonee Bara kanaan hanga ammaatti lafti hektaarri kumni 450 ol sanyiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Bara oomishaa kana fedhii…
Finfinneetti miseensota shan kan qabu koreen farra malaanmaltummaa hundaa’e
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa finfinnee Aadde Adaanech Abeebee miseensota shan kan qabu koree farra malaanmaltummaa hundeessan.
Miseensonni korichaas, Aadde…
Ministeerichi Naannoo Oromiyaaf paampiiwwan bishaanii 900 deeggarsa taasise
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Naannoo Oromiyaaf paampiiwwan bishaan harkisan 900 Naannoo Oromiyaaf deeggarsa taasise.
Paampiiwwan…
Godina Goofaatti namoota kuma 155 ol deeggarsa nyaataa hatattamaa barbaachisa jedhame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Godina Goofaa aanaalee sadiitti namoota kuma 155 ol deeggarsi nyaataa hatattamaa akka barbaachisuun Waajjirri Hoggansa Sodaa Balaa Godinichaa beeksise.…
Naaannichi guyyaa sabaa fi sablammootaa boru kabajamuuf qophii xumuruu ibse
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC )- Guyyaa sabaa fi sablammootaa boru kabajamuuf qophiin xumuramuu Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoon ibsaniiru.
Guyyaan sabaa fi…
Biyya hunda keenyaaf taatu ijaaraa jirruuf sirni Federaalizimii sabdaneessi murteessaadha – BKO
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Gaaffii bule hunda deebisuun biyya hundaaf taatu ijaarramaa jirtuuf sirni Federaalizimii sabdaneessi murteessaa ta'uu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa…
Leenjiin Misooma Sululaa Yuunivarsiitii Haramaayaatti kennamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Biiroon Qonnaa Oromiyaa Leenjii Misooma Sululaa Yuunivarsiitii Haramaayaatti kennaa jiraachuu ibsame.
Leenjii kun mata duree"Duudhaa Oromoon Qabeenya…