Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Damee qonnaa haala qabatamaa jaarraa 21ffaa keessa galchuu qabna-Pireezidaantii Saahilawarqi
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Damee qonnaa haala kaleessa baratameen hojjechuun waan hindanda’ameef haala qabatamaa jaarraa 21ffaa keessa galchuu qabna jedhan Pireezidaantiin FDRI…
Jilli Ministira Ittisaa Somaaliyaa Abdulkadiir Mahaammadnuuriiin durfamu Finfinnee gale
Finfinnee, Sadaasa 28, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ittisaa Somaaliyaa Abdulkadiir mahaammadnuuriiin durfamu daawwanna hojiif Finfinnee galeera.
Jilichi wayitaa buufata Xiyyaraa Idil…
Magaalaa Alataa Wandootti mana nama dhuunfaa keessatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Naannoo Sidaamaa magaalaa Alataa Wandootti mana nama dhuunfaa keessatti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa hedduun to’atamuu ibsame.
Odeeffannoo…
Tajaajilichi shira damee diinagdeen raawwatamu ittisuuf sochii taasisaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Shira damee diinagdeen raawwatamaniifi gochaalee malaammaltummaa ittisuuf sochii taasisaa jiraachuu Tajaajilli nageenya Odeeffannoo ibseera.
Kolleejjiin…
Sararri elektirikaa Maqalee Giddugala To’annoo Anniisaa Biyyaalessaatti hidhamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Sararri elektirikaa Maqalee Giddugala To’annoo Anniisaa Biyyaalessaatti hidhamuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
Humni elektirikaa magaalaa…
Naannoo Tigraayitti tajaajila elektirikaa eegalchiisuuf qophiin taasifamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Naannoo Tigraayitti tajaajila elektirikaa eegalchiisuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa Ityoophiyaa beeksise.
Hoggansi olaanaan…
Haadha warraa abbaa warraa ishee haala suukkanneessaan ajjeeste irratti hidha cimaan waggaa 21 itti…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti haadha warraa abbaa warraa ishee haala suukkanneessaan ajjeeste irratti hidha cimaan waggaa 21 itti murtaa’uu poolisiin beeksise.…
Ityoophiyaan Waliigaltee Humnoonni waraanaa fi Siiviilii Sudaan mallatteessan kan dinqisiifattu…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa Waliigaltee bu’uura Siyaasaa Humnoonni waraanaa fi Siiviilii Sudaan mallatteessan kan dinqisiifattu ta’uu beeksise.
Waliigalteen…
Piroojektoota naannawaa Gammoojiif waliigalteen deeggarsa Doolaara miiliyoona 14 mallattaa’e
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Piroojektoota naannawaa Gammoojii Oromiyaatti hojjetamaniif waliigalteen deeggarsa Doolaara miiliyoona 14 mallattaa’eera.
Piroojektoonni kunneen…
Magaalaa Finfinneetti agarsiisni oomishaalee qonnaa baname
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti mata duree “Qonna dhiibbaa guddaa akka uumu dandeessisuu” jedhuun agarsiisni oomishaalee qonnaa Komishinii Diinagdee Afrikaatti…