Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jaappaan lammiilee sababa hongeefi waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii biiliyoona 1.3 taasisuufi
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Mootummaan Jaappaan lammiilee sababaa hongee fi waraanaan miidhamaniif deeggarsaa namoomaa kan oolu Birrii biiliyoonaa 1.3tti tilmaamamuu taasisuufi…
Naannichatti qabeenyi dhuunfaafi waloo qaama sadaffaaf akka hin dabarfamne dhorkiin kaa’ame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti qabeenyi dhuunfaafi waloo qaama sadaffaaf akka hin dabarfamne dhorkiin yeroo kaa’amuu Koreen farra malaammaltummaa naannichaa beeksise.…
Raashiyaan michuu cimtuu fi yeroo rakkoo Ityoophiyaati – Dooktar Ballaxaa Mollaa
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Walga’iin komishinii waloo diinagdee,saayinsii fi Daldalaa Ityoo -Raashiyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’icha haasaan kan banan daayireektarri…
Namni dhuunfaa Konkolaattota dhaalaman irraa lakkoofsa gabatee hiikuun gocha seeraan alaaf itti…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Namni dhuunfaa Konkolaattota dhaalaman irraa lakkoofsa gabatee hiikuun gocha seeraan alaaf itti fayyadamaa ture harkaa harkatti to’atamuu Poolisiin…
Walga’iin komishinii Waloo Ministiroota Ityoo-Raashiyaa 8ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 27, 2015 (FBC) – Walga’iin komishinii waloo Ministirootaa Ityoo-Raashiyaa 8ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’iichi har’aaf boruu kan gaggeeffamu…
Pireezidaantiin Saahilawarqi Zawudeen Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa UNESCO waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Ityoophiyaatti Bakka Buutuu Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii Fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNESCO )…
Hayyoonni birmadummaa fi nageenya waaraa Ityoophiyaaf gahee isaanii bahachuu qabu-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Hayyoonni haala qabatamaa Ityoophiyaa hubachuun birmadummaa fi nageenya waaraa isheef gahee isaanii bahachuu qabu jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Korichi galteewwan wal’aansaa konkolaattota 16 Naannoo Tigiraayiif raabsaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Koreen Qaxxamura Dimaa Addunyaa dabalataan galteewwan wal’aansaa fi nyaataa konkolaattota 16 hospitaalota Naannoo Tigiraayiitti argamaniif raabsaa…
Daandiin qilleensichaa baasii geejjibaa daa’imman wal’aansa dhibee onneef biyya alaatti imalan 100…
Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa baasii geejjibaa daa’imman wal’aansa baqaqsanii yaaluu dhibee onneef gara biyya alaatti imalan 100 kan uwwisu ta’uu ibse.…
Abbootiin qabeenyaa Jaappaan Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirratti akka bobba’an Ambaasaaddar…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)-Jaappaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tafarraa Darriboon hoggantoota dhaabbilee 13 Jaappaan waliin filmaatawwan invastimantii Ityoophiyaarratti…