Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin komishinii Waloo Ministiroota Ityoo-Raashiyaa 8ffaan boru gaggeeffama
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC) – Walga’iin komishinii waloo Ministirootaa Ityoo-Raashiyaa 8ffaan boru magaalaa finfinneetti sadaasa 27-28,2015 gaggeeffama jedhame.
Walga’iin kun haala…
Lafa oomishaan uwwifame keessaa hanga ammaatti % 42 walitti qabame – Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC) – Lafa oomishaan uwwifame keessaa hanga ammaatti % 42 walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Qonna Gannaa bara 2014/15 lafa hektaara miiliyoona…
Lammiileen kumni 1 fi 167 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa turan kumni 1 fi 167 guyyaa har’aa gara Ityoophiyaatti deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’an keessaa…
Ambootti pirojektoonni Birrii miiliyoona 219 oliin ijaaraman jalqabsiifaman
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Magaalaa Ambootti pirojektoonni Birrii miiliyoona 219 oliin barana hojjechuuf karoorfaman jalqabsiifamaniiru.
Haaluma kanaan, pirojektoonni haaraan 20…
Waltajjiin marii hayyootaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii Hayyootaa mata duree “Gahee Hayyootaa dagaagina Ityoophiyaaf” jedhuun Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjii marichaarratti…
Oromiyaatti Guyyaan Sabaa fi Sablammootaa 17ffaan Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti mata duree “Tokkummaa sabdaneessummaa keenyaa nageenya waaraaf ” jedhuun Magaalaa…
Hiiwoot Mokonnin du’aan akka adabamtu itti murtaa’e
Finfinnee, Sadaasa 26, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti da’immaan lama haala suukanneessan ajjeesuun kan himatamte Hiiwoot Mokonnin du’aan akka adabamtu itti…
Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira.
Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan…
Ityoophiyaatti hojiilee invastimantii hojjechuun amma-Pirof. Isteefan Deerkoon
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Waliigaltee nageeenyaa hordofee Ityoophiyaatti hojiilee invastimantii hojjechuun yeroon isa amma jechuun Yuunivarsitii Oxfoorditti Daayrektarri Giddugala…
Obbo Taaggasaa Caafoon Pireezidaantiin Duraanii Chaayinaa boqochuutti gadda isaanitti dhaga’ame…
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Afyaa’iin Mana Mare Bakka Bu’oota Ummataa Taggasaa Caafoo Pireezidantii Chaayinaa Duraanii Jiyaang Zeemiin du’aan boqchuutti gadda isaanitti dhagaa’ame…