Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad Pirojektii Bakka Dhaabbii Konkolaataa Paarkii Tokkummaa eebbisan
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad pirojektii bakka dhaabbii konkolaataa Paarkii Tokkummaa eebbisaniiru.
Sirna eebbichaarrattii Giiftii Duree Zinnaasha…
Hanga ammaatti oomishni lafa heektara miiliyoona 3 irraa walitti qabamuu Biirichi ibse
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Qonna Gannaatiin oomisha gahe hektaara miiliyoona 3.5 keessaa hektaarri miliyoonni 3 walitti qabamuu Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuu…
Naannoo Tigraayitti raabsi deeggarsa namoomaa cimee itti fufeera-Koomishinicha
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa raabsuun cimee kan itti fufe ta’uu Koomishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyaalessaa beeksise.
Haaluma kanaan erga…
Hojiilee falaasama ogbarruu Oromoon gitan hojjechuuf carraaqaan jira-Waldicha
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Waldaan Barreessitoota Oromiyaa hojiilee falaasama ogbarruu Oromoon gitan hojjechuuf carraaqaa jiraachuu beeksise.
Waldichi galma Giddugala Aadaa…
Naannoo Oromiyaatti lafti hektarri kumni 500 sanyiin qamadiin uwwifameera-BQO
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Naannoo oromiyaatti Lafti hektaarrii kumni500 ol qamadiin uwwifamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaan Oromiyaatiin durfamu…
Yaa’iin Waliigalaa Gamtaa Ajaajoota Poolisii Afrikaa Bahaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Yaa’iin waliigalaa Gamtaa Ajaooja Poolisii Afrika Bahaa 24ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’iin gamtichaa har’arraa eegalee hanga Sadaasa 30,…
Akka Naannoo Oromiyaatti guyyaan sabaa fi sablammootaa Shaashamanneetti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)- Guyyaan sabaa fi sablamoota ummattoota Ityoophiyaa marsaa 17ffaan akka Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Shaashamanneetti marii paanaaliitiin kabajamuu…
Guyyaa sabaa fi sabalammootaa sababeeffachuun magaalattiitti feestivaalli aadaa gaggeefameera
Finfinnee, Sadaasa 25, 2015 (FBC)-Guyyaa sabaa fi sablammootaa 17ffaa sababeeffachuun mata duree “Tokkummaa sabdaneessummaa keenya Nageenyaa waaraa keenyaaf jedhuun Magaalaa Finfinneetti…
Hojii mootummaan waliingahiinsa deeggarsa namoomaarratti hojjechaa jiru kan dinqisiifatamu- OCHA
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Hojii mootummaan waliingahiinsa deeggarsa namoomaarratti hojjechaa jiru kan dinqisiifatamu ta’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessa…
Yaa’iin Walabaa gorsitoota Diinagdee qorannoo gaggeesse ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin kan hundaa’e Yaa’iin Walabaa gorsitoota Diinagdee qorannoo gaggeesse ifoomseera.
Yaa’ichi dhimmoota diinagdeerratti…