Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bakkeewwan walitti bu’iinsi turetti buufataaleen boba’aa hojii akka eegalan ni taasifama jedhame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Bakkeewwan walitti bu’iinsi turetti buufataaleen boba’aa hojii akka eegalan kan taasifamu ta’uu Abbaan Taayitaa boba’aafi Inarjii beeksise.
Bakkeewwan…
Piroojektiin Doolaara miiliyoona 180 godaantotaafi hawaasa fayyadamoo taasisu ifoome
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Piroojektiin deebii dhiibbaa godaantotaa marsaa 2ffaan Doolaara miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 80 hojiirraa ooluufi godaantotaafi hawaasa fayyadamoo…
Ogeessi kenna tajaajila mootummaaf matta’aa Birrii miiliyoona 3.5 gaafate to’atame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Ogeessi kenna tajaajila mootummaaf matta’aa Birrii miiliyoona 3fi kuma dhibba 5 gaafachuun Birrii miiliyoona 1fi kuma 5 fudhate to’atamuun qorannoon irratti…
Ityoophiyaan waggoottan darbanitti misooma indaastiriin biyyoota Afrikaa raawwii gaarii qaban 10…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Ityoophiyaan waggoottan sadan darbanitti misooma indaastiriin biyyoota Afrikaa raawwii gaarii qaban 10 keessaa tokko ta’uu Baankiin Misooma Afrikaa ibse.…
Manni Maree Magaalaa Finfinnee guyyaa sabaafi sablammootaa kabaje
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee mata duree “Tokkummaa Sab-daneessummaa keenya nageenya waaraaf” jedhuun guyyaa sabaafi sablammootaa 17ffaa kabajeera.…
Yaadni murtoo qaamolee kontroobaandii irratti bobba’an irratti tarkaanfii fudhachuu dandeessisu…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa Koomishinii Gumruukaa waliin ta’uun Yaada murtoo qaamolee kontroobaandiifi daldala seeraan alaa…
Torbeen Intarpirinarshiippii mata duree “ Qormaatilee Miliyoonaaf Carraawwan Miiliyoona” jedhuun…
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Torbeen Intarpiriinarshiippii Idil Addunyaa mata duree “ Qormaatilee Miliyoonaaf Carraawwan Miiliyoona” jedhuun gaggeeffamaa ture har’as itti fufeera.…
Guyyaan qaama miidhamtootaa Magaalaa Dirree Daawaatti Kabajame
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Guyyaan qaama miidhamtootaa akka addunyaatti yeroo 31ffaaf akka Ityoophiyaatti ammo yeroo 30ffaaf mata duree “waliin gahiinsa kalaqa hojii qaama…
Abbaan Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Malaammaltoota irratti tarkaanfii fudhachaa jiraachuu Ibse
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa baatiiwwan sadan darbanitti namoota kuma 1fi 321 irratti himata malammaltummaa banuun murtoo kennisiisuu ibse.…
Waltajjiin marii waloo Komishinii Marii Biyyaalessaafi Deeggartoota Misoomaa 2ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Waltajjiin marii waloo Komishinii Marii Biyyaalessaafi Dhaabbilee Deeggartoota Misoomaa 2ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Waltajjichi tumsa…