Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waltajjiin marii waloo Komishinii Marii Biyyaalessaafi Deeggartoota Misoomaa 2ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Waltajjiin marii waloo Komishinii Marii Biyyaalessaafi Dhaabbilee Deeggartoota Misoomaa 2ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Waltajjichi tumsa…
Wiixata dhufu hayyoota yuunivarsitiiwwanii waliin ni mari’atama
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC)- Wiixata dhufu hayyoota yuunivarsitiwwaaniirraa babba’an waliin waltajjiin marii akka gaggeeffamu Yuunivarsiitiin Finfinnee fi Yuunivarsiitiin Barnoota…
Viint Sarf qophii Ityoophiyaan Yaa’ii Bulchiinsa Intarneetiif taasifte dinqisiifatan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viint Sarf qophii Ityoophiyaan Yaa’ii bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaaf taasifte dinqisiifatan.…
Obbo Qajeelaa Mardasaan Ityoophiyaatti Ambaasaddaara Poorchugaal waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Ministiri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan Ityoophiyaatti Ambaasaddara Poorchugaal Luuyisaa Firaagoos waliin mari’atan.
Marii…
Mootummaan hojiilee deebisanii dandamachiisuu hojjetuuf deeggarsa ni taasifana-UNDP
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Sagantaan Misoomaa Dhaabbata mootummoota Gamtoomanii naannawaa walitti bu’iinsaan manca’an deebisanii ijaaruuf Ityoophiyaan hojiilee hojjettuuf deeggarsa…
Ityoophiyaan walga’iiwwan diinagdee sadarkaa Afrikaatti gaggeeffamaa jiran irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Ityoophiyaan Walga’ii Diinagdee Dhaabbilee Naannawaa Afrikaa 7ffaafi Gamtaa Afrikaatti Siimpooziyeemii Diinagdee Addaa 5ffaa Naayijeeriyaa magaalaa…
Obbo Riistuu Yirdaan Ambaasaaddar Tireesii Aan Jaakoobsan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Uummattoota Kibbaa Obbo Riistuu Yirdaan Ityoophiyaatti Dhimma Raawwachiiftuu Mootummaa Ameerikaa Ambaasaaddar Tireesii Aan…
Rakkooleen kenniinsa tajaajila mootummaarratti mul’atan sadarkaa yaaddessaarra gahuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Rakkooleen kenniinsa tajaajila mootummaarratti mul’atan sadarkaa yaaddessaarra gahuu Komishiniin Siivil Sarvisii Federaalaa beeksise.
Komishinichi…
Harariitti piroojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona 82 ijaaraman eebbisiifaman
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Naannoo Harariitti piroojektoonni mana barumsaafi daandii Birrii miiliyoona 82 ijaaraman eebbisiifaman.
Piroojektoonni kunneen bakka pireezidaantiin…
Gaazexeessaa Shifarraa Taaddalaan du’aan boqote
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Gaazexeessaan duraanii Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet Shifarraa Taaddalaan dhukkubaa tasaa mudateen du’aan boqoteera.
Shifarraa Taaddalaa, haadha…