Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Suphaan Shiree Koor Saayitii wayita xumuramu Tigiraayitti bakkeewwan hedduun tajaajila teelekoomii…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Hojiin Suphaa Shiree Koor Saayitii wayita xumuramu naannoo Tigiraayitti bakkeewwan hedduun tajaajila teelekoomii kan argatan ta’uu Hojii Raawwachiistuu…
Oromiyaatti sagantaan beekamtii fi geggeessaa Waancaa Hidhaa Haaromsaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)–Sagantaan beekamtii fi badhaasaa hirmaattota deeggarsa Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaa fi geggeessaan Waancaa hidhichaa Adaamaa Galmaa Abbaa Gadaatti…
Waldichi ergaa maqaa barsiisotaa Yuunivarsiitiiwwaniin raabsame kan hin beekne ta’uu ibse
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Waldaan Barsiisotaa Ityoophiyaa ergaa maqaa barsiisotaa fi gargaartoota dhimma teeknikaa Yuunivarsiitiiwwaniin raabsame kan hin beekne ta’uu ibseera.…
Guyyichi tokkummaa sabaa fi sablammootaa cimsuuf gahee olaanaa qaba –Adam Faaraah
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) –Guyyaan sabaaf sablammootaa, tokkummaa sabaa fi sablammootaa caalmaatti cimsuuf gahee olaanaa qabaachu Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo…
Waliigalteen Mootummaa fi ABUT gidduutti taasifame fudhatamummaa argachaa jira – Ministeera Dhimma…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Waliigalteen Mootummaa fi ABUT gidduutti taasifame sadarkaa Idiil Addunyaatti fudhatamummaa argachaa jiraachu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Dubbi…
Somaaliyaatti Alshabaabiin gama dhadhabsiisuun gumaachi humnoonni kabachiisa nagaa Ityoophiyaa…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) –Alshabaabiin dadhabsiisuu fi dhabamsiisuuf gaheen humnoota nagaa kabachiisaa Ityoophiyaa olaanaadha jechuun Ajajaan Olaanaa Birgeedii 43ffaa Raayyaa…
Naannoon Gaambeellaa Koree Farra Malaanmaltummaa hundesse
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC )- Naannoon Gambellaa koree farra malaanmaltummaa hundesseera.
Naannichatti yakka malaanmaaltummaa ittisuu fi hirmaattota gochichaa itti gaafatamoo…
Anga’oonni gochaa malaammaltummaan shakkaman to’atamuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Daayrektara olaanaa Tajaajila Nageenya Faayinaansii obbo Teewoodiroos Baqqalaa dabalatee anga’oonni gochaa malaammaltummaan shakkaman to’atamuu Koreen Farra…
‘UNDP’n hojiilee misoomaa Ityoophiyaatti gaggeeffamaaniif deeggarsaa taasisuu cimsee akka itti fufu…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Sagantaan Misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNDP) hojiilee misoomaa gama maraan Ityoophiyaan gaggeessituuf deeggarsa taasisu cimsee kan itti…
Naannoon Oromiyaa rakkoolee turan qolachuun Hidha Haaromsaaf deeggarsa taasisaa jira-Obbo Awwaluu…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaa rakkoolee gama siyaasa fi hawaasummaan mudataa turan qolachuun Hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf deeggarsa taasisaa jiraachuu…