Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Finfinnee kutaa magaalichaatti pirojektoonni Birrii miiliyoona 300 olii eegalchifaman
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) –Finfinnee Kutaa mGalaa Booleetti guyyootaa 90 keessatti pirojektoonni misoomaa garaagaraa hawaasa giddugaleeffatan Birrii miiliyoona 300 oliin hojjetaman…
Riifoormiin diinagdee biyya keessaa 2ffaan qophiirra ta’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Riifoormiin fooyyessa diinagdee biyya keessaa 2ffaan qophiirra jiraachuu ibsame.
Wayita hojiirra oolmaa riifoormii fooyyessa diinagdee biyya keessaa isa…
MM Abiy Ahimad guyyaa biyyaalessaa Imereetota Araba Gamtoomanii ilaalchisuun ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa biyyaalessaa Imereetota Araba Gamtoomanii ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Muummeen Ministiraa…
Bilbiloonni Karaa Seeraan alaa Nagallee ka’uun Finfinnee seenuuf ture to’atame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Bilbiloonni Karaa Seeraan alaa Gujii Nagallee ka'uun Finfinnee seenuuf ture 886 to'atamuu ibsame.
Bilbiloonni kunneen karaa Bishuuftuu fi Sandaafaan…
Pireezidaantiin Ityoophiyaa Saahilawarqi Zawudee Barreessaa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin…
Konkolaattonni 13 deeggarsaa toonii 200 fe’an maqalee ga’an
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Konkolaattonni 13 deeggarsaa toonii 200 fe’an Naannoo Tigray Magaalaa Maqalee har’a ga’uu Koreen Qaxxaamura Diimaa Addunyaa beeksise.
Deeggarsi Maqalee…
Bulchiinsa Sudaanirraa ka’uun Ityoophiyaarratti yaalii haalleellaa raawwataa Kaartuun…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Bulchiinsa Sudaanirraa ka’uun Ityoophiyaarratti qaamolee yaalii haalleellaa raawwataan Kaartuun hinobsituuf jechuun Pireezidaantiin mana mare ce’umsaa…
Ityoophiyaan Yaa’ii Gamtaa Ajajoota Poolisii Afrikaa Bahaa keessummeessuufi
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Yaa’iin Gamtaa Ajajoota Poolisii Afrikaa Bahaa Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Poolisiin Federaalaa beeksiise.
Yaa’iin 24ffaa Ajajoota poolisii kun…
Guyyaan Sabaaf sablammootaa 17ffaan Naannoo Somaaleetti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Guyyaan Sabaaf sablammootaa 17ffaan Naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti kabajameera.
Guyyichi mata duree ‘Tokkummaa sabdaneessaa nageenya waaraaf’…
Ityoophiyaatti nageenya mirkaneessuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufuu qaba-Antooniyoo…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Ityoophiyaatti dursummaa Gamtaa Afrikaan nageenya mirkaneessuuf tattaaffiin eegalame cimee itti fufuu akka qabu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota…