Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarsiitichatti gidduugalli qindeessa Aanaanii Birrii miiliyoona 160 ijaarame eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitii Arsiitti gidduugalli qindeessa Aanaanii fi bu’aalee aanaanii Birrii miiliyoona 160 ijaarame eebbifame.
Giddugalichi deeggarsa ministeera…
Ityoophiyaan rakkoolee walxaxaa dandamattee dhaabbacuu kan dandeesse tokkummaa fi aarsaa sabaa fi…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Ityoophiyaan rakkoolee walxaxaa dandamattee dhaabbacuu kan dandeesse tokkummaa fi aarsaa sabaafi sablammootaatiin Jedhan Pireezidaantiin Naannoo Hararii…
Qormaata bahumsa Yuunivarsitii ‘Online’n kennuuf qophiin xumurame – Ministeera…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Barattoota Yuunivarsiitirraa eebbifamniif Qormaata bahumsaa ‘Online’n kennuuf qophiin xumuramaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksiise.
Qormaatichi…
Hikkaanna hidhannoo hidhattoota Tigraayirratti Magaalaa Shireetti mari’atamaa Jira-TKM
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Haala hikkaanna hidhannoo hidhattoota Tigraay ilaalchisee Koreen waloo hundaa’ee Shireetti mari’achaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.…
Yaa’iin bulchiinsa Interneetii ajandaa Afrikaa qabaateera-Aadde Huuriyaa Alii
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Yaa’iin bulchiinsa interneetii idil addunyaa ajandaa Afrikaanummaa akka qabaatu taasifameera jedhan Ministir Deetaan Ministeera Innooveeshinii fi…
MM Abiy Ahimad Antooniyoo Gutareezii fi Muusaa Faakii waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Gutareezii fi komishinara Komishinii Gamtaa Afrikaa…
Pireezidaantiin Mana Maree Birmadummaa Sudaan Ministiroota Dhimma Alaa Miseensotaa IGAD waliin…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Pireezidaantiin mana maree birmadummaa Sudaan Ministiroota dhimma alaa biyyoota Miseensota Dhaabbata Misooma Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) waliin…
Jilli Obbo Abdulhaakiim Muluun durfamu Magaalaa Naqamteetti hojilee misoomsa daawwate
Jilli Obbo Abdulhaakiim Muluun durfamu Magaalaa Naqamteetti hojilee misoomsa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015(FBC)- Jilli Sadarkaa ittaanaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Kilaastara…
Abbaan taayitichaa guyyaan fayyadama aannan Niidoo Foortifaayid abbaa giraama 400 irra darbuu…
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Abbaan taayitaa Nyaataafi Qorichaa Ityoophiyaa guyyaan fayyadama daakuu aannanii Niidoo Foortifaayid abbaa giraama 400 irra darbuu beeksise.
Daakuun…
Waliigaltee nageenyaa taasifame hordofee kaaba biyyattiitti nageenyi fooyya’aan uumameera- Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Waliigaltee nageenyaa taasifame hordofee kaaba biyyattiitti nageenyi fooyya’aan uumamuu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa…