Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Origoon irratti atileetota…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa Origoon irratti atileetota injifannoo galmeessaniif kaartaa lafaa dabarsee kennuu…
Lammiileen kumni 1 ol Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 85 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee guyyaa har’aa gara biyyaatti deebi’an keessaa 666…
Deeggarsi namoomaa kallattii sadiin gara naannoo Tigraayitti imalchiifamaa jira- TKM
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Deeggarsi namoomaa kallattii sadiin gara naannoo Tigraayitti imalchiifamaa jiraachuu Tajaajilli Koominikeeshinii Mootummaa ibse.
Bu’uura waliigaltee…
Ejensiiwwan DhMG Pirojektii namoota kuma 54 fi 400 fayyadamtoota taasisu ifoomsan
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)- Ejeensiiwwaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii laammilee Naannoo Oromiyaa fi Somaalee sababa garaagaraan qe’ee isaaniirraa buqqa’aniif kan oolu pirojektii…
Walga’iin idilee Mana Maree Ministiroota IGAD 48ffaan Kaartumitti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC)- Walga’iin idilee Mana Maree Ministiroota Dhaabbata Misoomaa Mootummootaa Baha Afrikaa (IGAD) 48ffaan Kaartumitti gaggeeffamaa jira.
Sirna baniinasa…
Obbo Dammaqaa Makonnin gitasaanii Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaafi Dhimmoota Diyaaspooraa Keeniyaa…
Ministeerichi Ministeera Barnoota Dhaabbilee Olaanoo, Saayinsiifi Teekinooloojii Sudaan Kibbaa…
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Ministeera Barnoota Dhaabbilee Olaanoo, Saayinsiifi Teekinooloojii Sudaan Kibbaa waliin waliigaltee tumsaa mallatteesse.…
Komishiniin Marii biyyaalessaa Ityoophiyaa sagantaa yeroo raawwii hojii isaa ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa sagantaa yeroo raawwii hojiiwwan fuulduree ifoomseera.
Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa raawwii…
Sagantaa goolaba baatii dargaggoota Afrikaa 16ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Sagantaa goolaba baatii dargaggoota Afrikaa 16ffaan magaalaa Dirree Daawaatti gaggeeffamaa jira.
Baatiin dargaggoota Afrikaa 16ffaan mata duree “…
Guyyaan sabaafi sablammootaa Naannoo Afaaritti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Guyyaan sabaafi sablammootaa Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti kabajamaa jira.
Sirna kabaja guyyichaarratti Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal…