Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishiniin Marii biyyaalessaa Ityoophiyaa sagantaa yeroo raawwii hojii isaa ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa sagantaa yeroo raawwii hojiiwwan fuulduree ifoomseera.
Komishiniin Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa raawwii…
Sagantaa goolaba baatii dargaggoota Afrikaa 16ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Sagantaa goolaba baatii dargaggoota Afrikaa 16ffaan magaalaa Dirree Daawaatti gaggeeffamaa jira.
Baatiin dargaggoota Afrikaa 16ffaan mata duree “…
Guyyaan sabaafi sablammootaa Naannoo Afaaritti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 21,2015 (FBC)- Guyyaan sabaafi sablammootaa Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti kabajamaa jira.
Sirna kabaja guyyichaarratti Pireezidaantii Naannoo Afaar Obbo Awwal…
Naannoo Tigraayiitti deeggarsi namoomaa nyaataa fi kanneen biroon meetirik toonii kumni 45 raabsamuu…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2015 (FBC) – Lammiilee Naannoo Tigraayi rakkoo keessatti argamaniif deeggarsi namoomaa nyaataa fi kanneen biroon meetirik toonii kumni 45 akkasumas, qorichoonni…
Manni marichaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii miiliyoona 37 ol deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Birrii miiliyoona 37.6 ol deeggarsa taasiiseera.
Af Yaa’iin Mana marichaa Obbo Taaggasee…
Ityoophiyaan muxxannoo Yaa’ii idil-addunyaa milkaa’inaan keessummeessuu cimsitee itti fufte…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan akkuma kanaan duraa muxxannoo Yaa’ii idil-addunyaa milkaa'inaan keessummeessuu cimsitee itti fufuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa…
Dooktar Ballaxaa Mollaan itti aanaa barreessaa olaanaa dhaabbata mootummoota gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan itti aanaa barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Lii…
MM Abiy Ahimad magaalaa Finfinneetti hojii Maaddii Guutuu Haadholii Warraan hojjetaman daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Muuummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad magaalaa Finfinneetti hojii Maaddii Guutuu Haadholii Warraan hojjetaman daawwataniiru.
Muuummeen Ministiraa FDRI…
Obbo Dammaqaan Walga’ii IGAD 48ffaarratti hirmaachuuf Sudaan Kaartum galan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin walga’ii Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 48ffaarratti…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Jimmaatti facaasa qamadii bonee jalqabsiise
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Jimmaa aanaa Deedootti facaasa qamadii bonee jalqabsiise.
Naannichatti lafa…