Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan Walga’ii IGAD 48ffaarratti hirmaachuuf Sudaan Kaartum galan
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin walga’ii Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa 48ffaarratti…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Jimmaatti facaasa qamadii bonee jalqabsiise
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Jilli hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Jimmaa aanaa Deedootti facaasa qamadii bonee jalqabsiise.
Naannichatti lafa…
Intarneetiin faayidaalee hedduu qabaatus odeeffannoo dogongoraa tamsaasuun Ityoophiyaaf qormaata…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti uwwisa Intarneetii babal’isuu fi nageenya saayibarii eeguurratti hojiilee hedduun hojjetamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Guyyaan Sabaaf sablammootaa naannoo Gaambeellaatti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Guyyaan Sabaaf sablammootaa 17ffaan naannoo Gaambeellaatti qophiilee garaagaraan kabajameera.
Sirna kabaja guyyichaarratti Pireezidaantii naannoo…
Chaayinaan konkolaattotaafi hidhannoowwan Doolaara kuma 600 olitti tilmaamaman Poolisii Federaalaaf…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Mootummaan Chaayinaa konkolaattotaafi hidhannoowwan Doolaara kuma 600 olitti tilmaamaman Poolisii Federaalaa Ityoophiyaaf deeggarsa taasise.…
Godina Arsii Lixaatti rakkoolee kenniinsa tajaajila mul’atu furuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti rakkooleen kenniinsa tajaajilaa manneen hojii mootummaa keessatti mul'atu furamuu akka qabu ibsameera.
Ummanni tajaajila barbaadu…
Piroojektiin fooyya’iinsa sirna nyaataa Horsisee bulaa ifoomee
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Piroojektiin fooyya’iinsa sirna nyaataa horsisee bulaa Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti ifoomeera.
Sirnicharratti Ministirri Ministeera Qonnaa,…
Yaa’iin Mana Maree Dhaabbata Sadarkaalee Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Yaa’iin Mana Maree Dhaabbata Sadarkaalee Afrikaa 67ffaan Finfinnee Ejensii Sadarkaalee Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree “ Gahee…
Komishinichi naannoleefi bulchiinsa magaalotaatti ragaalee qabatamaa argachuuf hojjechuu ibse
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Komishiniin Marii Biyyaalessaa naannoo Tigraayirraan kan hafe naannoleefi bulchiinsa magaalotaatti argamuun ragaalee qabatamaa argachuuf hojjechuu ibseera.…
Lafa qabnu faayidaarra oolchuuf hojii hojjennu hawaasni deeggaruu qaba- Obbo Awwal Arbaa
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015(FBC)- Hojii mootummaan lafa jiru faayidaarra oolchuuf hojjetu hawaasni deeggaruu akka qabu Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaan ibsan.
Obbo Awwal…