Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Tapha Waancaa Addunyaan har’a taphni Ekkuwaadoorii fi Seeneegaal gidduutti taphatamu…
Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu.
Har'a galgala sa'aatii 12:00 irraa eegalee taphni Ekkuwaadoorii fi Seeneegaal gidduutti…
Tattaaffii lammiilee Saa’udiirraa biyyatti deebisuu ilaalchisee aanga’oota biyyattii waliin…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Saa’ud Arabiyaatti lammiilee Ityoophiyaa haala rakkisaa keessatti argaman gara biyyaatti deebisuuf tattaaffi taasifamaa jiru irratti aanga’oota biyyattii…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 256 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti rakkoolee garaagaraa keessa turan kumni 1 fi 256 guyya har’aa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Kanneen deebi’an…
Ityoophiyaan haleellaa Alshabaab Somaaliyaa Hoteela Viillaa Roozitti raawwate balaaleffatte
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Mootummaan Ityoophiyaa haleellaa gareen shororkeessaa Alshabaab Somaaliyaa Hoteela Viillaa Roozitti raawwate balaaleffate.
Ministeerri Dhimma Alaa ibsa…
Waldichi deeggarsa namoomaa Birri miiliyoona 10.5 Naannoo Tigiraayiif taasise
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Waldaan Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa korichi deeggarsa namoomaaf kan oolan nyaataa, midhaanii fi meeshaalee garaagaraa Birrii miiliyoona 10.5 Naannoo…
Sagantaan jalqabsiisa hojiirra oolmaa Piroojektii Paarkiiwwan Indaastirii Qindeessa Qonnaa…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015(FBC)- Sagantaan jalqabsiisa Piroojektii hojiirra oolmaa Qindeessa Qonnaa Paarkiiwwan Indaastirii gaggeeffamuu ibsame.
Saganticharratti hoggantoonni olaanoon…
Ummata yaaddoo nageenyaarraa bararuufi nageenya amansiisa mirkannessuuf hojjetama jira- Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Ummata yaaddoo nageenyaarraa baraaruu fi nageenya amansiisaa mirkannessuuf kutannoon hojjetama jiraachuu Waajjira Muummee Ministiraatti Qindeessaan…
Dhaabbatichi biyyoota jijjiirama qabeenya qilleensaan miidhamaniif beenyaan akka kaffalamu sagalee…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Biyyoonni miseensota Dhaabbata Biyyoota Kaaribiyaanii fi Paasifiikii, biyyoota jijjiirama qabeenya qilleensaan miidhamaniif beenyaa kennuuf fandii…
Obbo Dammaqaa Makonnin ejjennoo madaalawaa Iswaatiiniin dhimma Ityoophiyaarratti agarsiisteef…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Iswaatiinii Tuuliisiil Dilaadilaa…
Jilli Obbo Abdulhaakiim Muluun durfamu misooma Qamadii Godina Wallaggaa Bahaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantii Qindeessaa Kilaastara Hawaasummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Abdulhaakiim Muluun durfamu, Godina Wallaggaa Bahaa Aanaa…