Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhibee sombaa ittisuu fi to’achuuf hoggansi sadarkaan jiru xiyyeeffannaa kennuu qaba-Ministeera…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Dhibee sombaa (TB) ittisuu fi to’achuuf, akkasumas deeggarsa faayinaansii biyya keessaa guddisuuf hoggansi sadarkaan jiru xiyyeeffannaa kennuu akka qabu…
Waggaa tokkotti deeggarsa Hidha Haaromsaaf Birrii biiliyoonni 1.3 walitti qabameera-BKO
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)-Naanoo Oromiyaatti ijaarsa Hidha Guddichaa Haaromsa Ityoophiyaaf waggaa tokko keessatti Birrii biliyoonni 1.3 Walitti Qabamuu Biiroon Kominikeeshinii…
Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee gaggeessuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 6ffaa marsaa 2ffaa bara hojii 4ffaa gaggeessuu eegaleera.
Afyaa’iin Mana Marichaa Aadde Faantuu Tasfaayee…
Naannoo Afaaritti buqqaatota kuma 69 keessaa walakkaan gara qe’eesaaniitti deebi’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015(FBC)- Naannoo Afaaritti lammiilee qe’eefi qabeenyasaaniirraa buqqa’an kuma 69 keessaa kumni 34 gara qe’eesaaniitti deebi’uu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi…
Nageenyi Ajandaa Walooti- Obbo Binnaalf Andu’aalam
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015(FBC)- Yaa’iin hundeeffama Mana Maree Nageenya Biyyaalessaa gaggeeffamaa jira.
Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaal Andu’aalam yaa’icharratti argamuun…
Yuuniiseef Birrii miiliyoona 9.3 naannoo Beenishaanguul Gumuziif deeggarsa taasiise
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC) – Dhaabbanni deeggarsa Daa’immanii Idil addunyaa naannoo Beenishaanguul Gumuziitti suphaa dhaabbilee bishaanii sababa waraanaan barbadaa’aniif kan oolu…
Mala aadaan kanneen albuuda baasan diinagdee idilee ijaaruutti akka ce’an tumsuuf ni hojjenna-Inj.…
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015 (FBC)- Mala aadaan albuuda kanneen oomishan diinagdee idilee ijaaruutti akka ce’an tumsuurratti ni hojjenna jedhan Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar…
Albuudni qabnu misoomee dinagdee biyyaaf akka ooluuf xiyyeeffannaan hojjachuu barbaachisa-Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Albuudalee hedduu qabnu misoomee dinagdee biyyaaf akka ooluu taasisuuf xiyyeeffannaan hojjachuu barbaachisa jedhan Ittaanaan Pireezidaantii Naannoo…
Artisti Alii Birraa kan ittiin yaadatamu bulchiinsi magaalichaa ni qopheessa-Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Sagantaan yaadannoo Artisti Alii Birraa Galma Tiyaatiraa fi Aadaa Bulchiinsaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Sagantaa yaadanno kanarratti…
Inisheetiviiwwan qamadii milkeessuuf sanyiiwwan 126 baay’isuurratti…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Inisheetiviiwwan qamadii jallisii ta'ee karoora alergii akka milkeessuuf sanyiiwwan qamadii 126 ta'an baay'isuurratti xiyyeeffannoon hojjachaa jiraachuu…