Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Inisheetiviiwwan qamadii milkeessuuf sanyiiwwan 126 baay’isuurratti…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Inisheetiviiwwan qamadii jallisii ta'ee karoora alergii akka milkeessuuf sanyiiwwan qamadii 126 ta'an baay'isuurratti xiyyeeffannoon hojjachaa jiraachuu…
Ittaanaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Lii Juunhuwaa Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Ittaanaan Barreessaa olaanaa Dhimmoota Diinagdee fi Hawaasummaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Lii Juunhuwaa Ityoophiyaan kan keessummeessituu Yaa’ii…
Aadde Adaanech Abeebee raawwii karooraa guyyoota 90 Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee raawwii karooraa guyyota 90 Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa daawwatan.
Aadde Adaanech…
Kitaabni seenaa Artisti Usmaayyoo Musaa eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)-Kitaabni seenaa Artistii fi Qabsaa'aa Oromoo Usmaayyoo Musaa guyyaa har'aa Hoteela Intarnaashinaalii Ililliitti eebbifame.
Artisti Usmaayyoo Musaa mirgaa…
Erga waliigaltee nageenyaa as Naannoo Tigraayitti midhaan nyaanni meetirik toonii kuma 32…
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)- Mootummaa fi ABUT gidduutti waliigaltee nageenyaa mallataa’een booda Naannoo Tigraayitti midhaan nyaataa meetirik toonii kuma 32 fi bob’aan liitirri kuma…
Torbanoota sadiif leenjiin dippilomaatotaaf kennamaa ture xumurame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)-Leenjiin dippilomaatota angafootaa fi dargaggoota Ityoophiyaa biyyoota garaagaraatti bakka bu’aniif Akkaadaamii Hoggansaa Afrikaattii torbanoota sadiif…
Naannoo Amaarraatti sagantaan ‘Maaddii Madaalawaa’ beeksisuu gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 18, 2015 (FBC)-Naannoo Amaaraa Godinaa Saba Awwii Magaalaa Chaangitti sagantaan ‘Maaddii Madaalawaa’ beeksisuu gaggeeffameera.
Kaayyoon sagantaa ‘Maaddii madaalawaa’…
Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi Finfinnee galan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Abbaa Intarneetii jedhamuun kan beekaman Viintoo Gireey Sarfi yaa'ii Intarneetii idil addunyaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Viintoo Gireey…
Obbo Awwal Aarbaan abbootii qabeenyaa naannichaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan hojiilee misoomaa hojjetamaa jiruu fi rakkoolee muudataa jiran ilaalchisee abbootii qabeenyaa naannichaa…
Konfirensiin misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Godina Baaleetti Konfirensii misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffameera.
Obbolummaa seenaa bara dheeraa hawaasni Oromoo fi Somaalee…