Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Konfirensiin misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Godina Baaleetti Konfirensii misoomaa fi nageenyaa ummata Oromoo fi Somaalee gaggeeffameera.
Obbolummaa seenaa bara dheeraa hawaasni Oromoo fi Somaalee…
Ministeerichi Paampiwwan Bishaanii 400 naannoo Somaaleef gumaache
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi naannawaa Gammoojjii Paampiwwan Bishaanii 400 naannoo Somaaleef gumaacheera.
Ministirri Ministeera Jallisii fi naannawaa…
Baankiin Misoomaa meeshaalee Makaanaayizeeshinii qonnaaf tajaajilan maamiltootaaf dabarse
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa deeggarsa maallaqaa Baankii misoomaa Jarmanirraa argateen meeshaalee Makaanaayizeeshinii qonnaaf tajaajilan maamiltootaaf…
Kitaabonni mata dureen isaanii “ateetee fi kuusaa afoola Oromoo Arsii “jedhaman…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Kitaabonni mata dureen isaanii "ateetee fi kuusaa afoola Oromoo Arsii "jedhaman hayyuu aadaa fi seenaa obbo Boonsamoo Mi'eessootiin barreeffaman…
Sudaan Kibbaa dhimmoota nageenyarratti Ityoophiyaa waliin tumsaan kan hojjettu ta’u ibsite
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Aanga'oonni Olaanoon odeeffannoo Waraanaa Sudaan Kibbaa fi Ityoophiyaa dhimmoota nageenyaa fi tasgabbiirratti tumsaan hojjechuuf Finfinneetti…
Magaalaan Finfinnee Paampiwwan Bishaanii 110 naannoo Somaaleef gumaache
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti waltajjiin Maaddii Madaallawwaa beeksisuu gaggeeffame.
Waltajjii kanarratti Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii…
Sagantaan jalqabsiisa Paarkii Indaastirii Qindaa’aa Qonna Buree gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Sagantaan jalqabsiisa Paarkii Indaastirii Qindaa'aa Qonna Buree gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera.
Paarkiin Indaastirii Qindaa'aa Qonnaa Buree baasii…
Guyyaan hundeeffama waggaa 1ffaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa kabajame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 1ffaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa magaalaa Boongatti kabajameera.
Af Yaa'ii Mana Maree Federeeshinii Obbo…
Yuunivarstiin Walaayittaa Sooddoo barattoota 234 eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Yuunivarstiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 234 eebbisiiseera.
Barattoonni har'a eebbifaman kanneen ogummaa fayyaa…
Naannoo Tigraayiitti hojiin dhiyeessii bishaan dhugaatii qulqulluu waliin ga’uu itti fufe…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayiitti lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif hojiin dhiyeessii bishaan dhugaatii qulqulluu waliin ga'uu itti fufuu Ministeerri Bishaanii…