Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunivarstiin Walaayittaa Sooddoo barattoota 234 eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Yuunivarstiin Walaayittaa Sooddoo barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 234 eebbisiiseera.
Barattoonni har'a eebbifaman kanneen ogummaa fayyaa…
Naannoo Tigraayiitti hojiin dhiyeessii bishaan dhugaatii qulqulluu waliin ga’uu itti fufe…
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraayiitti lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif hojiin dhiyeessii bishaan dhugaatii qulqulluu waliin ga'uu itti fufuu Ministeerri Bishaanii…
Magaalichatti duulli qulqullinaa guyyoota sadiif turu eegalame
Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee duulli qulqullinaa guyyoota sadiif turu mata duree 'magaalaa koo nan qulqulleessa, qulqullina aadaa koon taasiisa' jedhuun eegalameera.…
Yaa’iin addaa Gamtaa Afrikaa 17ffaan Niijeeritti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Yaa'iin addaa Gamtaa Afrikaa 17ffaan Niijeer Niyaamiitti gaggeeffameera.
Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo…
“Nageenyi Ummata tigiraay deebi’aa jira; hojiirra oolmaa waliigaltechaaf lammiin hundi gahee isaa…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – “Nageenyi Ummata Tigiraay deebi’aa jira; hojiirra oolmaa waliigaltechaaf lammiin hundi gahee isaa bahachuu qaba” jechuun jiraattonni Aksum, Adwaa fi…
Oromiyaatti qonna jallisii qamadiin lafa heektaara kuma 278 olirratti sanyiin faca’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Oromiyaatti qonna jallisii qamadiin hanga ammaatti lafa heektaara kuma 2fi kuma 78 fi 376 irratti sanyiin faca’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa ibse.…
Lammiileen Kumni 1 fi 124 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessaa turan Kumni 1 fi 124 gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen kun balalliiwwna guyyaa…
Mootummaan dameelee garagaraan dhaabbilee tumsitootaa waliin walitti dhiyeenyaan hojjechuuf kutannoo…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Mootummaan dameelee garaagaraan dhaabbilee tumsitootaa waliin walitti dhiyeenyaan hojjechuuf kutannoo qabaachuu Minister Deetaan Ministeeraa Maallaqaa…
Lammii kuraatti weeraraa lafaan kan shakkaman hoggantootaa 37 keessa 12 to’ataman
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Finfinnee Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti Hojii Gaggeessaa Kutaa Magaalichaa dabalatee weerara lafaan hojjettoota shakkaman 37 keessaa 12 to’annoo jala…
Jilli Obbo Aganyawu Tashaagariin durfamu Naannoo Kibba-Lixa Ityoophiyaa jira
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Jilli Afyaa’ii Mana Maree Federaashinii Obbo Aganyawu Tashaagariin durfamu Naannoo Ummattoota Kibba-Lixa Ityoophiyaa Magaalaa Boongaa seenaniiru.…