Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan ijaarsa bu’uuraalee misoomaarratti muuxannoo ishee qoodde
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tashoomaa Toogaan waltajjii marii mata duree “Sagantaa Ijaarsa Bu’uuraalee Misoomaa Gamtaa Afrikaatti Piroojektii…
FBCfi Komishiniin Farra Malaammaltummaa Federaalaa waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Faanaa Broodkaastiing Korporeetiifi Komishiniin Farra Malaammaltummaa Federaalaa malaammaltummaa ittisuurratti waliin hojjechuuf waliigaltee waliif…
Deeggarsi midhaanii meetirik tooniin kumni 17 ol naannoo Tigraayiif dhiyaateera-DhMG
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Walakkeessa baatii sadaasaa irraa eegalee deeggarsi midhaan nyaataa meetirik tooniin kumni 17 ol naannoo Tigraayiif dhiyaachuu Dhaabbanni Mootummoota…
Miidhaa dubartootaa ittisuuf qaamoleen hundi ga’eesaanii ba’achuu qabu- Pir. Saahilawarq Zawdee
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Miidhaa dubartoota irra gahu ittisuuf qaamoleen hundi ga’eesaanii ba’achuu akka qaban Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen dhaaman.
Sagantaan…
Oromiyaatti rakkoolee nageenyaa furuufi hanna ittisuun dhimmoota dursi kennameef ta’uu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Naannoo Oromiyaatti rakkoolee nageenyaaf furmaata barbaaduufi hanna ittisuun dhimmoota xiyyeeffannoon addaa kennameef ta’uu Ittaanaan Pireezidaantii…
Afrikaa fooyyoftuu uumuuf dargaggootarratti hojjetamuu qaba- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Carraa egeree Afrikaa gaarii taasisuufi Afrikaa fooyyoftuu uumuuf hoggantoonni ardichaa dargaggootarratti hojjechuu akka qaban Ittaanaan Muummee…
Ityoopiyaa fi Somaaliyaan hariiroo isaanii daran cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokinnin, gita isaanii Somaaliyaa Saaleeh Ahimad Jama waliin Walga’ii Addaa Gamtaa…
Maalaanmaltummaan qaala’iinsa jireenyaatti aanee qormaata biyyaa isaa olaanaadha-Koomishinicha
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Maalaanmaltummaan qaala’iinsa jireenyaa ammaa mul’atutti aanee qormaata biyyaa isa olaanaa ta’uu Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaanmaltummaa Federaalaa…
Naannawaalee waraanaan miidhaman deebisaanii dandamachiisuuf hojjechaa jiraachuu naannoleen lameen…
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Naannawaalee waraanaan miidhaman deebisaanii dandamachiisuuf xiyyeeffannaan hojjechaa jiraachuu naannoleen Beenishaangul Gumuzii fi Kibbaa beeksisan.…
Mariin Gumii Balal marsaa 26ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015 (FBC) – Mariin Gumii Balal marsaa 26ffaan mata duree “Tokkummaa sabdaneessummaa nageenya waaraaf” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Marichi Waajjira Pireezidaantii…