Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaant Saahilawarq Zawdeen magaalaa Hawaasaa galan
Finfinnee, Sadaasa 16, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen naannoo Sidaamaa Magaalaa Hawaasaa galuu ibsame.
Pireezidaan Saahilawarq wayita magaalaaHawaasaa ga’an…
Obbo Dammaqaan Muusaa Faakii waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Dura taa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii waliin…
Poorchugaal 3 – 2 Gaanaa
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa Poorchugaalii fi Gaanaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Poorchugaaliin xumurameera.
Poorchugaal goolii 3 fi 2n Gaanaa…
Ityoophiyaa fi Kooriyaan Kibbaa tumsa diinagdee cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabra Masqal Caalaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Kooriyaa Kibbaa Kaan Soonkiiy…
Biirichi iddoowwan hojii fayyadamtootaaf carraan dabarsee kenne
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Biiroon Hojii Misooma Indaastiriifi Intarpiraayizii Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittii iddoowwan hojii garaagaraa fayyadamtootaaf carraan dabarsee kennuu…
Rakkoo jijjiirama qabeenya qilleensaaf furmaata barbaaduun barbaachisaadha- Obbo Umar Huseen
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Jijjiiramni qabeenya qilleensaa Afrikaaf dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuu waan ta’eef rakkichaaf furmaata barbaaduun barbaachisaa ta’uu Ministirri…
Jilli Obbo Fiqaaduun durfamu Shawaa Lixaatti sochii misoomaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Jilli Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaan Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu sochii misoomaa Godina Shawaa Lixaa daawwateera.…
Ambaasaaddaar Baacaan gita isaanii Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Baacaa Dabaaleen gita isaanii Sudaan Kamaal Gubraa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Haala waqtaawaa…
Warshaan Simmintoo Darbaan Dhaabbata Chaayinaa Siinoomaa Intarnaashinaal Injinariing Giruup waliin…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Warshaan Simmintoo Darbaan Piroojektii babal’ina warshichaarratti waliin hojjechuuf Dhaabbata Chaayinaa Siinoomaa Intarnaashinaal Injinariing Giruup waliin…
Miseensonni Jarmiyaalee Diyaaspooraawwan hojiilee mootummaan hojjechaa jiru kan deeggaran ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Miseensonni Gurmaa’insa waloo Diyaaspooraawwanii 21 guutuu addunyaarratti argaman waliigaltee nageenyaa taasiifame hordofee hojiilee mootummaan…