Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni Jarmiyaalee Diyaaspooraawwan hojiilee mootummaan hojjechaa jiru kan deeggaran ta’uu…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Miseensonni Gurmaa’insa waloo Diyaaspooraawwanii 21 guutuu addunyaarratti argaman waliigaltee nageenyaa taasiifame hordofee hojiilee mootummaan…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu magaalaa Asallaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Jilli Sadarkaa Ittaanaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaafi Qindeessaa Kilaastara Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu, bulchiinsa…
Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Finfinneetti gaggeeffamuun isaa milkaa’ina diijitaalaa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuun isaa milkaa’ina diijitaalaa Ityoophiyaa warreen birootti beeksisuuf carraa gaarii…
Komishiniin Misooma Mana Amantichaa lammiilee waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 25…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Komishiniin Misooma Mana Amantaa Kiristaanaa Qaalahiwoot naannoo Amaaraatti lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 25fi…
Qulqullinaafi oomishtummaa Buna Harargee guddisuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Qulqullinaafi oomishtummaa Buna Harargee guddisuuf ogeessonniifi hooggantoonni sadarkaan jiran xiiqiin hojjechuu akka qaban Ittaanaan Hoogganaafi Itti…
Jilli obbo Aganyahu Tashaagariin durfamu qophii kabaja guyyaa sabaafi sablammootaa daawwachuuf…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Jilli Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagariin durfamu qophii kabaja guyyaa Ayyaana sabaafi sablammootaa 17ffaa daawwachuuf magaalaa…
Lammiilee naannoo Tigraay irraa buqqa’an gara qe’eesaaniitti deebisuun eegalame
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Lammiilee naannoo Tigraay iddoowwan garaagaraarraa buqqa’uun buufata da’annaa naannoo Afaar keessa jiran gara qe’ee isaaniitti deebisuun eegalamuu ibsame.…
Komishinichi wixinee labsii Zoonii Diingdee Addaa irratti dhimmamtoota waliin mari’achaa jira
Finfinee, Sadaasa 15, 2015(FBC)- Komishiniin Invastimantii Ityoophiyaa wixinee labsii Zoonii Diingdee Addaa irratti dhimmamtoota waliin mari’achaa jira.
Mootummaan waggoottan darbanitti…
Jilli Obbo Masfin Malaakuun durfamu magaalaa Baatuutti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantiitti qindeessaa kilaastera Magaalaa Oromiyaa Obbo Masfin Malaakuutiin durfamu magaalaa Baatuutti hojiilee misoomaa…
Dhaabbileen lameenii fi Bulchiinsi magaalaa Finfinnee waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee, Ityoo-Teelekoomii fi Eejensiin Nageenya Odeeffanoo waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigaltechis…