Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen lameenii fi Bulchiinsi magaalaa Finfinnee waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee, Ityoo-Teelekoomii fi Eejensiin Nageenya Odeeffanoo waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Waliigaltechis…
Leenjiin “Haalota siyaasaa haaraa fi jijjiirama Addunyaa jaarraa 21ffaa” dippilomaatotaaf kenname
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Mata duree “Haalota siyaasaa haaraa fi jijjiirama Addunyaa jaarraa 21ffaa” jedhurratti leenjiin dippilomaatotaaf kenname.
Leenjichas Gorsaa Dhimma…
Waltajjiin to’annoo meeshalee waraanaa xixiqqaa fi salphaa biyyaalessaa 2ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Waltajjiin to’annoo meeshalee waraanaa xixiqqaa fi salphaa biyyaalessaa 2ffaan Magalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Ministeeraa…
Dandeettii humna galaanaa ijaaruun dhaloota boriif bu’uraa kaa’uudha-Riir Admiiraal Kinduu Gizuu
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)-Ajaja Olaanaan Humna Galaanaa Ityoophiyaa Riir Admiiraal Kinduu Gizuu, Mooraa Koolleejjii Injiinariingii Raayyaa Ittisaa seenuuf, Mooraa Injiinariingii…
Lammiileen kumni 1 fi 21 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 21 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiilee gara biyyatti deebisuu marsaa sadiin har’a gaggeeffameen…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara naannoo Tigraayitt balallii eegaluufi
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) -Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa gara naannoo Tigraayitti balallii adda citee ture eegaluuf qophiirra jiraachuu beeksise.
Daandichi balallii eegaluun…
Taankaroonni Bishaan kuusanii fi ogeeyyiin karaa Goondar Humaraan gara Tigraayitti ergaman
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Taankaroonni Bishaan kuusanii fi ogeeyyiin karaa Goondar Humaraan gara naannoo Tigraayitti ergamuu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii beeksise.
Ogeeyyiin…
Afrikaanonni misooma indaastirii fi daldalaaf xiyyeeffannaa kennuu qabu-Obbo Dammaqaa Mokonnin
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Afrikaanonni misooma indaastirii fi daldalaa isaanii cimsuuf xiyyeeffannaa kennuu akka qaban Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo…
Shaashamanneetti pirojektiin bishaan dhugaatii jiraattota kuma 100 fayyadamtoota taasisu hojjetamaa…
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaashamanneetti pirojektiin bishaan dhugaatii jiraattota kuma 100 fayyadamtoota taasisu Birrii miiliyoona 60’n hojjetamaa jiraachuu…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Dippilomaatotaaf leenjii kennan
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Akkaadaamii Hoggansa Afrikaatti argamuun Dippilomaatotaaf leenjii kennaniiru.
Muummeen Ministiraa Imaammataa hariiroo…