Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Dooktar Girmaan durfamu aanaa Xiyoo fi Heexosaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezedaantiitti Qindeessaa Kilaastara Horataalee Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteetiin durfamu Godina Arsii…
Bulchinsi magaalichaa hojjettoota kenna tajaajilaa gufachiisan irratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) –Bulchiinsi Magaalaa Bishooftuu hojjettoota magaalichaa kenna tajaajilaa gufachiisan 29 irratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.
Bulchiinsi Magaalichaa…
Midhaan Nyaataa fi Qorichaaleen Meetirik Tooniin kumni 7 fi 887 naannoo Tigraayiif raabsame
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Midhaan Nyaataa Meetirik Tooniin kumni 7 fi 523, fi Qorichaaleen Meetirik Tooniin 364 naannoo Tigraayiif raabsamuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa…
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa Ibiddaa muudateen lubbuun daa’imman lamaa darbe
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti balaa Ibiddaa muudateen lubbuun daa’imman lamaa darbuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa fi Ibiddaa…
Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Dhimma Alaa Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Aljeeriyaa Raamaataan Laamaamraan…
Manni Kitaabaa Abrihoot halkan keessaa hanga sa’aatii 6:00tti tajaajila kennuu eegaluufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Manni Kitaabaa Abrihoot guyyaa boruu irraa eegalee halkan keessaa hanga sa’aatii 6:00tti tajaajila kennuu eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame.
Manni…
DhMG’tti Abbaa Murteen kan muudaman Solomoon Araddaa Ityoophiyaa qofa utuu hintaane Afrikaa kan…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Mana murtii Sirna haqaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Abbaa Murtee ta’uun kan muudaman Solomoon Araddaa, Ityoophiyaa qofaa utuu hintaane…
Waraanni Ameerikaa humna naannawaa Bishaan Walabaa Kibbaatti cimsaa dhufuun fudhatama hinqabu-Iraan
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Waraanni Ameerikaa humna loltummaa isaa naannawaa Bishaan Walabaa Kibbaa Idil Addunyaatti cimsaa dhufuun fudhatama kan hinqabne ta’uu, Iraan beeksifte.…
Labsiin Raayyaa Ittisaa of danda’e kan Raayyaa Ittisa Biyyaa madaalu ba’uu akka qabu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) –Labsiin Raayyaa ittisaa of danda’ee kan Raayyaa Ittisa Biyyaa madaaluu ba’uu akka qabu ibsame.
Manni mare bakka bu’ootaa ummataa walga’ii idilee 5ffaa…
Obbo Musxafeen Hojii Gaggeessitoota Olaanoo Komishinii Godaantotaa fi Dhaabbata Nyaataa fi Qonna…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Hoji Gaggeessitoota Olaanoo Komishinii Godaantotaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Dohaansi…