Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Daa’imman lama haala suukanneessan kan ajjeeste yakkamtuudha jedhamte
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Daa’imman lama haala suukanneessaan lubbuun isaanii akka darbu kan taasifte Hiiwoot Mokonnin yakkamtuudha jedhamte.
Finfinnee Kutaa Lammii Kuraatti…
Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii fi Dhaabbanni Geejjibaa Haroo Xaanaa walitti makaman
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Dhaabbanni Geejjiba Gaalaanaa fi Loojistiksii Ityoophiyaa, Dhaabbata Geejjibaa Haroo Xaanaa waliin walitti makame.
Sirni walitti makamuu dhaabbilee…
Naannoo Kibbaatti sagantaan beeksisa maaddii madaalawaa gaggeeffame
Finfinne, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Naannnoo Ummattoota Kibbaatti sagantaan beeksisa ‘Maaddii Madaalawaa’ Godina Halaabaatti gaggeeffame.
Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantii Naannoo Kibbatti…
Akkaataa qonnaan bulaan hojjete jijjiiramu danda’u milkeessuun murteessaa -Pir. Shimallis…
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Dhimma jijjiiramaa haasa'uuf akkaataa qonnaan bulaan hojjetee jijjiiramu danda'u milkeessuun murteessaa ta’uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Magaalaa Finfinneetti Manni Barnootaafi Siidaan Leetanal Koloneel Abdiisaa Agaa eebbifame
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataatti, Manni Barnootaafi Siidaan Leetanal Koloneel Abdiisaa Agaa eebbifame.
Siidaa fi Manni Barnoota Leetanal…
Gaambeellaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) –Magaalaa Gaambeellaa Naannawaa Baaroo Maadootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 darbe.
Ittaanaan Komishinaraa fi Itti Gaaftamaan Damee…
Mootummaan akkaatuma waliigaltee Piriitooriyaan itti gaafatamummaa isaa ba’achaa jira – Dooktar…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Mootummaan akkaatuma waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaan itti gaafatamummaa isaa bifa guutuun ba’achaa jiraachuu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii…
Yuunivarsiitiin Finfinnee qorattootaa fi barattootaaf beekamtii kenne
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)-Yuunivarsiitiin Finfinnee qorattoota, barattootaa fi maxxansitoota bu'aa gaarii galmeessaniif beekamtii kenne.
Sagantaa beekamtii kennuu…
Embaasiin Chaayinaa magaalaa Finfinneef deeggarsa meeshaalee garaagaraa taasise
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Embaasiin Chaayinaa meeshaalee elektirooniksii fi tajaajilaa garaagaraa hojiimaata magaalichaa cimsan deeggarsa taasisuu ibsame.
Deeggarsi embaasichi…
Kurmaana jalqabatti gurgurtaan humna elektirkii Birrii biiliyoona 5 olii gaggeeffamuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)-Kurmaana jalqabaa bara 2015’tti gurgurtaa anniisaa elektirikii biyya keessaa fi alaatti gaggeeffameen gurgurtaan Birrii biiliyoona 5.151 gaggeeffamuu Humni…