Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamtichi manneen barnoota sababa waraanan miidhaman deebisanii ijaaruuf kan oolu Yuuroo miiliyoona…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa manneen barnoota sababa waraanaan miidhaman deebisanii ijaaruu fi nyaata barattootaaf kan oolu Yuuroo miiliyoona 33 deeggarsa…
Ministeerichi Naannoo Beenishaangul Gumuziif tiraaktaroota 60fi paampiiwwan bishaanii 300 kenne
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Ministeerri Jallisiifi Naannawaa Gammoojjii naannoo Beenishaangul Gumuziif tiraaktaroota 60fi paampiiwwan bishaanii 300 kenne.
Deeggarsicha Ministirri…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu Arsii Lixaatti qamadii misoomaa jiru daawwate
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)–Jilli Sadarkaa Pireezidaantiitti Qindeessaa Horataalee Mootummaa Dooktar Girmaa Amanteen Durfamu Godina Arsii Lixaatti qamadii Jallisii boneen oomishamaa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 ol marsaa lamaan gara biyyaa deebi’uu ibsameera.
Hojii lammiilee gara biyyaa deebisuu hanga ammaatti…
Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa Tajaajila Nageenya waliigalaa Sudaan waliin…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa waliigaltee Tajaajila Nageenya waliigalaa Sudaan waliin hojjechuuf dandeessisu mallatteesseera.
Jilli…
Konkolaattonni koomishinichaa deeggarsa fe’an Maqalee ga’an
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)–Konkolaattonni Koomishinara Olaanaa Dhimma Godaantotaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii deeggarsa fe’an Maqalee ga’uu dhaabbatichi beeksise.…
Naannoo Beenishaangul Gumuzitti sagantaan beeksisa “Dhangaalee misoomaa” gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti sagantaan beeksisa “Maaddii Madaallawaa” gaggeeffameera.
Saganticharratti Ministira Ministeera Jallisiifi Naannawaa…
Waliigalteen Abbootii qabeenyaa lafa hektaara 90 fudhachuun dallaa qofa itti ijaaruun tursiisanii…
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Waliigalteen Abbootii qabeenyaa lafa hektaara 90 fudhachuun dallaa qofa itti ijaaruun tursiisanii adda cituu Biiroon Misooma…
Koomishiniin marii biyyaalessaa nageenya waaraaf jaarsolii biyyaa waliin mari’achaa jira
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC)–Koomishinii Marii Biyyaalessaa Ityoophiyaa nageenya waaraa mirkaneessuuf jaarsolii biyyaa waliin mari’achaa jiraachuun ibsame.
Kaayyoo koomishinichi…
MM Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ce’umsaa Sudaan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Miseensota Mana Maree Ce’umsaa Sudaan waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad miseensota mana marichaa…