Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sadaasa 12 sababeeffachuun duulli qulqullinaa Finfinneetti gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015(FBC)- Sadaasa 12 sababeeffachuun duulli qulqullinaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame.
Aarsaa Sadaasa 12 sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti guyyaa har’aa…
Hannaa fi waliin dhahiinsa lafaarratti raawwatamu ittisuuf hojiin eegalame cimee itti fufa –…
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Hannaa fi waliin dhahiinsa qabeenya lafaarratti raawwatamu ittisuuf hojiin eegalame cimee kan itti fufu ta'uu Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach…
Naannoo Harariitti sagantaan hojiilee misoomaa beeksisuu gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badriin sagantaa hojiilee misoomaa beeksisuu gaggeessan.
Sagantichi oomisha gahaa oomishuun wabii midhaan…
Kamiseetti guyyaan sabaa fi sablammootaa 17ffaan kabajame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Naannoo Amaaraa Bulchiinsa godina Saba Oromoo magaalaa Kamiseetti guyyaan sabaa fi sablammootaa 17ffaan kabajameera
Ayyaanichi mata duree 'Tokkummaa…
Hojiileen misoomaa bulchiinsa magaalaa Adaamaatti hojjetaman daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – -Hoggantoonni olaanoo Mootummaa Federaalaa fi Naannolee Paartii Badhaadhinaa,hojiilee misoomaa bulchiinsa magaalaa Adaamaatti hojjetaman daawwataniiru.…
Fiigichi guddaan yeroo 22ffaaf Finifinneetti gaggeeffame nagaan xumuramu Poolisiin beeksise
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Fiigichi guddaan Ityoophiyaa yeroo 22ffaaf Finifinneetti gaggeeffame nagaan xumuramu Poolisiin magaalichaa beeksiseera.
Poolisiin Magaalaa Finfinnee…
Sulultaatti Ayyaanni Irreecha Malkaa Ilmaan Boruu kabajame
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Sulultaatti Ayyaanni Irreecha Malkaa Ilmaan Boruu Waggoottan Dheeraaf adda citee ture kabajame .
Irreechi Malkaa Ilmaan Boruu…
Hariiroo aartii fi aadaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa guddisuuf hojjetamuu qaba jedhame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015 (FBC) –Hariiroo damee aartii fi aadaa Ityoophiyaa fi Raashiyaa bara dheeraaf ture caalmaatti guddisuuf hojjetamuu akka qabu Ministirri Aadaa fi Ispoortii Qajeelaa…
Jaalala biyyummaa dursuun Ityoophiyaa tajaajiluu qabna – Pireezidaanti Saahilawarqi
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015 (FBC) –Jaalala biyyummaa dursuun Ityoophiyaa tajaajiluu qabna jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen.
Pireezidaanti Saahilawarqii fi Pireezidaantiin…
Deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa ariifachiisaan tooniin 20 Magaalaa Shiree qaqqabuu ibsame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa deeggarsi meeshaalee yaala fayyaa ariifachiisaan tooniin 20 naannoo Tigraay Magaalaa Shiree qaqqabuu Koreen Qaxxaamura Diimaa Idil Addunyaa…