Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Aggaarootti manneen barnootaa bu’uura boruu 6 eebbifaman
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Magaalaa Aggaarootti manneen barnootaa bu'uura boruu hirmaannaa Uummataa Birrii miiliyoona 19 oliin ijaaraman 6 eebbifaman.
Godina Jimmaatti manneen…
Hojii lammii gahumsa qabu horachuu dandeessisu hojjechuun barbaachisaadha- Prof. Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Hojii lammii gahumsaafi naamuusa qabu horachuu dandeessisu hojjechuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birhaanuu Naggaan…
Ministeerri Dhimma Alaa dippiloomatoota olaanoofi giddugaleessaaf leenjii kenna jira
Finfinne, sadaasa 10, 2015(FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa dippiloomaatotaa olaanoofi gidduu galeessaaf hariiroo alaafi faayidaa biyyalessaarratti leenjii kennaa jira.
Leenjichi Giddugala…
Oromiyaatti misoomni qamadii jallisii bonee eegalame
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Ittaanaan Pireezidaantii Mootummaa Naannooo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin godina Shawaa Bahaa ganda Waaqee Mi’aatti misooma qamadii jallisii bonee bara…
Yuunivarsiitiin Baahir Daar barattoota 252 eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Yuunivarsiitii Baahir Daar Barattoota damee saayinsii fayyaan barsiisaa ture 252 guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Barattoota…
Ityoophiyaan Konfiransii Ministiroota Faayinaansii Farra Shororkeessummaa 3ffaarratti hirmaachaa…
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Ityoophiyaan Konfiransii Ministiroota Faayinaansii Farra Shororkeessummaa 3ffaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsame.
Jilli Ministira Ministeera Nageenyaa…
Manneen daldalaa naannawaa manneen barnootaatti gochaa jeequmsa uumu raawwatanirratti tarkaanfiin…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinnee naannawaa manneen barnootaatti gochaalee jeequmsaa uuman raawwataaniiru kan jedhaman manneen daldalaarratti tarkaanfiin bulchiinsaa…
Waliigalteen nageenyaa Ityoophiyaa kan boonsee injifannoo Afrikaanummaati-Obbo Dammaqaa Mokonnin
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Bu’aan waliigaltee nageenyaa Piriitooriyaatti waliigalame Ityoophiyaa kan boonsu Injifannoo Afrikaanummaa ta’uu Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Yeroo hinmurtoofneef meeshaalee sharafaan alaa galaanirratti uggurri taasifame fooyyeffame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Yeroo hinmurtoofneef meeshaalee alaa galaan kan sharafni hineeyyamamneefirratti fooyyessi taasifamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.
Kanaan dura…
Tarsiimoon foon diimaa biyyaalessaa ifoome
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Ministeerri Qonnaa tarsiimoo foon diimaa biyyaalessaa ifoomse.
Tarsiimoon foon diimaa biyyaalessaa oomishaa fi omishtummaa beeyladoota foonii, dhiyeessii…