Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hanqina Dhiyeessii Simmintoo furuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan ni hojjetama – Obbo…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Hanqina Dhiyeessii Simmintoo furuuf qooda fudhattoota waliin qindoominaan kan hojjetamu ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Gargaarsa Ameerikaatti Ittaanaa Daayrektara Olaanaa Dhiimmoota…
Finfinne,Sadaasa 9,2015 (FBC)- Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad Dhaabbata Gargaarsa Ameerikaatti Ittaanaa Daayrektara Olaanaa Dhiimmoota Afrikaa Taayilar Beeklamaan…
Qabeenyi malaanmaltummaan fudhataman mootummaan akka dhaalaman taasifamuun ibsame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Kurmaana jalqabaa bara 2015tti, qabeenyi Ummataa fi mootummaa malaanmaltummaan fudhataman Birrii miiliyoona 49 fi kuma 800 ol, konkolaattota lama,…
Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 12 gama Afaariin gara Tigraayitti imala eegaluu ibsame
Finfinne,Sadaasa 9,2015 (FBC)- Qindeessummaa Sagantaa Nyaata Addunyaan Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 12 gama Afaariin gara Tigraayitti imala eegaluu ibsameera.
Sagantaan Nyaata…
Pirojektii misooma qarqara laggeenii Finfinneef deeggarsi Yuuroo miiliyoona 5 taasifame
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Eejensiin Walta’iinsa Misoomaa Xaaliyaanii pirojektii misooma qarqara laggeenii Finfinneef deeggarsa Yuuroo miiliyoonaa 5 taasise.
Kantiibaan Bulchiinsa…
Daddabarsitoota seeraan alaa Warqee to’achuuf hoggansi qindoominaan akka hojjetuu Obbo Umud Ujuluu…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Naannoo Gaambeellaatti daddabarsitootaa seeraan alaa Warqee to’achuun oomishichi faayidaa diinagdee biyyaaf akka oolu qaamoleen hunduu qindoominaan akka…
Nageenyi mirkanaa’e kufaatii barnootaarratti ciminaan hojjechuuf carraa kan kennuudha-Pirof.…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Nageenyi mirkanaa’e kufaatii akka barnootaatti mudaterratti ciminaan hojjechuuf carraa waan kennuuf itti fayyadamuu qabna jechuun Ministirri Ministeera…
Adeemsi lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebisuu adda citee ture Wiixata dhufu…
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Adeemsi lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran gara biyyaa deebisuu adda citee ture Wiixata dhufu kan eegalu ta’uu…
Guyyaan sabaafi Sablammootaa karaa nagaan akka kabajamuuf qaamolee nageenyaa waliin hojjetamaa jira-…
Finfinne,Sadaasa 9,2015 (FBC)- Guyyaan sabaafi Sablammootaa 17ffaan karaa nagaan akka kabajamuuf qaamolee nageenyaa waliin qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Manni Maree Federeeshinii ibse.…
Ministeerichi Naannoo Beenishaanguul_Gumuziif Birrii miiliyoona 590 Deeggarsa taasise
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Ministeerri Magaalaa fi Bu'uuralee Misoomaa Naannoo Beenishaanguul_Gumuziif Birrii miiliyoona 590 Deeggarsa taasiseera.
Deeggarsichi lammiilee balaa…