Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni koricha sagantaa ‘Limaat Turrufaatii’ dubartoota biyyaalessaa eegalchiisan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC) – Miseensonni koree hojii raawwachiiftuu Liigii Dubartootaa Paartii Badhaadhinaa sagantaa 'Limaat Turrufaatii' dubartoota biyyaalessaa namoota miiliyoona 5…
Sirni barnootaa haaraan bara dhufu kutaa 9ffaa – 12ffaatti guutummaatti hojiirra oola jedhame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC) – Sirni barnootaa haaraan bara dhufu kutaa 9ffaa - 12ffaatti guutummaatti hojiirra kan oolu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Yaa'iin barnootaa…
Chaayinaan Gamtaan Afrikaa miseensa walga’ii biyyoota garee 20 akka ta’u deeggarsa kan…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC) – Chaayinaan Gamtaan Afrikaa miseensa walga'ii biyyoota garee 20 akka ta'u deeggarsa kan taasiiftu ta'uu Pireezidaantiin biyyattii Shii Jiinpiing ibsaniiru.…
Komishinar Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’el jila garee Poolisii Federaalaa Jarman waliin mari’atan
Finfinne, Sadaasa 8,2015 (FBC)- Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’el jila garee Poolisii Jarman Bakka Bu’aa Poolisii Federaalaa Jarmaniifi Gorsaa…
Dhaabbilee Chaayinaa Ityoophiyaatti hojii invastimantiirratti bobba’an waliin mariin gaggeeffame
Finfinne, Sadaasa 8,2015 (FBC)- Dhaabbilee Chaayinaa Ityoophiyaatti hojii invastimantiirratti bobba’an waliin mariin gaggeeffamuu ibsame.
Waltajjichi rakkoolee adeemsa oomishaarratti…
Hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaaf mootummaan kutannoo qaba- Obbo Dammaqaa Makonnin
Finfinne, Sadaasa 8,2015 (FBC)- Hojiirra oolmaa waliigaltee nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffameef mootummaan kutannoo qabaachuu Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri…
Jarman deeggarsa seeftiineetii fi dandamannaa walitti bu’iinsaaf taasiftu akka cimsitu beeksifte
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen jila Afrikaatti Daayrektara Walta’iinsa Misoomaa Diinagdee Jarmaan Biriigti Piikaaliin durfamu waliin…
Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa naannoo Afaariif deeggarsa Birrii miiliyoona 170 taasise
Finfinne, Sadaasa 8,(FBC)- Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa naannoo Afaaritti lammiilee sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 170 taasise.
Ministirri…
Dooktar Fitsum Asaffaa Bakka Buutuu Fandii Qorannoo Ummataa DhMG waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaa Ityoophiyaatti Bakka Buutuu Fandii Qorannoo Ummataa DhMG Suuzaan Maandoongi waliin mari’ataniiru.…
Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti ijaarsi manneen 160 eegalchiifame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Finfinnee Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti, ijaarsi gamoowwan manneen jireenyaa 160 qabanii afur abbaa darbii afurii (G+4) eegalchiifamaniiru.
Manneen…