Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Deeggarsi meeshaalee nyaataa Toonii 300 Allaamaaxaa gahuu Dhaabbanni Nyaataa Adduunyaa beeksise
Finfinne, Sadaasa 8,(FBC)- Deeggarsi meeshaalee nyaataa toonii 300 Allaamaaxaa gahuu Dhaabbanni Nyaata Adduunyaa beeksise.
Dhaabbitichi deeggarsi garaagaraa tooniin 300 mankuusaatti …
Hospitaalli Paawuloos sababa Koronaatiin tajaajila kalee baasanii dhabuu adda citee ture eegale
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Hospitaalli Rifeeraalaa Qiduus Paawuloos sababa koronaatiin adda citee kan ture tajaajila wal’aansaa kalee baasanii dhabuu eegaleera.
Hospitaallichi…
Ummata dammaqsuun humna misoomaa fi diinagdee haa taasisnu-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Ummata dammaqsuun humna misoomaa fi diinagdee taasisuun murteessaa ta'uu Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallisa Abdiisaan…
Magaalaa Finfinneetti sagantaan jalqabsiisa kenna tajaajila tola ooltummaa gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti sagantaan jalqabsiisa kenna tajaajila tola ooltummaa waqtii bonaa gaggeeffameera.
Sagantichi tola ooltota kuma 246 ol kan…
Oomishaalee biyya keessaa akka hingalle dhorkaman oomishuuf intaarpiraayizoota hundeessuuf hojjetama…
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)-Oomishaalee biyyaa keessa akka hin galle taasifaman 38 oomishuuf oomishtoota Intarpiraayiziin hundeessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuun Misoomni…
Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota leenjisaa ture marsaa 7ffaa eebbisiise
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture marsaa 7ffaa eebbisiise.
Giddugallichi, Amaataroota 100 ogummaa aartii…
Gareen Invastimantii Dhaabbilee Misoomaa Oromiyaa hundeeffame
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Gareen Invastimantii Dhaabbilee Misooma Oromiyaa hundeessuuffameera.
Sagantichi Waajjira Pireezdantii Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti kan…
Nageenyi hawaasa daldalaaf shoora olaanaa qaba-Obbo Taayyee Danda’aa
Finfinee, sadaasa 8,2015 (FBC)- Nageenyi hawaasa daldalaaf shoora olaanaa qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan ibsan.
Waltajjiin marii mata duree “…
MM Abiy Ahimad Koreen Biyyaalessaa Farra Malaammaltummaa hundaa’uu ifoomsan
Finfinnee, Sadaasa 8, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Koreen Biyyaalessaa Farra Malaammaltummaa hundaa’uu ifoomsaniiru.
Muummeen Ministiraa ibsa baasaniin akka…
Yaa’iin Barnootaa 31ffaan boru Magaalaa Hawaasaatti ni gaggeeffama
Finfinee, sadaasa 8,2015 (FBC)- yaa’iin Barnootaa 31ffaan mata duree“ Madaallii Cimaa Qulqullina Barnootaaf “ jedhuun guyyaa boruu magaalaa Hawaasaatti ni gaggeeffama.
Yaa’iichi guyyaa…